Jawar JM post

Jawar JM post

Share

Jawar Generation💪❤

Photos from Jawar JM post's post 09/02/2025

Adda bahan (gar-gar deeman!💔😢

Ustaaz . Mahammad Bayaan fi Booniyyee ye Shewa guyyaa arraa ifan adda bahuu nutti himaa jiran. sababnii jarri adda bahan ammatti ifatti beekkamuu baatus galgala kana Interview isiin Nasraa Gursum waliin gooteen “Ani kanaan booda jaarsa kiyya jaarti biraan itti fuudha, ani nama isaa tahuu miti, anumaatu na hiiki jedhee gaafateen” jatti?

Maaf akkas goota Booniyyee? osoo sooma kana walitti isin fidnee waliin isin soomsisna jannuu moo? aarsaan jaalalaa kan hangana hin jedhamne Abbaan manaa kee siif kaffale hangana turee?

Dhugaa garaa na nyaate Mahammad🥹 Boo beeymaganii sagaltu haadha duuba ciisaa akkuma atuu jatte kanaaf jattee hamileen sin cabin.💪 bareedduu haalaf amala,diiniif duniyaas qabdu sitti fuuna. garuu yeroof bilbila kana ofirraa kaahii sammuu kee boqochiisii boqonna jireenya itti aanuuf of qopheessi🙏

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Cairo?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address

Cairo