Biiftuu

Biiftuu

Share

❣️Follow me 💘💘💥

03/07/2026

Yaa nama koo warqiin akka biyyee keessaa Baatuun miidhagaaf hin taatu. Abidda keessa dabartee faayaaf oolti. Gaafa qormaanni jireenyaa sitti hammate Obsaan keessa darbuu yaali, abdii hin kutin ifatu fuldura kee jiraatii.
👇
https://t.me/naf37fspainbv

30/06/2026

Gufuuwwan jireenya kee keessatti sii quunnaman kamiiyyuu miidhama tokko malee bira darbuu yoo barbaade Amaantaa keetiin cimi.😍
👇
https://t.me/addlist/CNfReflaIBRhNDE0

30/06/2026

Midhama Kee irratti otoo hin taane galma gahuuf karoorsite qofa irratti xiyyeeffadhu.
👇
https://t.me/addlist/CNfReflaIBRhNDE0

Want your business to be the top-listed Shop in Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address

Addis Ababa
Ababa