Chaltu Drivers Training Center
Chaltu Driving training center, Dhaabbata leenjii konkolaata Caaltuu , ጫልቱ የአሽከርካ?
22/08/2023
TikTok · ነba Ja Check out ነba Ja's post.
06/03/2022
Ibsaa Tiraafikaa.
Ibsaan dabrsa tirtaafikaa iddowwan daandii qaxxaamura Irratti konkolaattootaa fi lafoo deemtoota kallattii adda addaa irraa dhufaa jiranii fi sirnaan tartiiba isaanii eeggatanii walbira darbuuf akka danda’amuuf ibsaa haalluu adda addaa qabaniin fayyadamuun ergaa dabarsuuf meeshaalee gargaaranii dha.
Ibsaan dabrsa tiraafikaa
Ibsaan kun bakka lamatti qoodamu.
isaanis:-
1. Ibsaa dabrsa lafoo deemtotaa
2. Ibsaa dabrsa Konkolaataa dha.
1.Ibsaa dabrsa lafoo deemtotaa
Ibsaan kun kan tajaajilu lafoo deemtotaafi dha.
Ibsaawwan kun fakkii namaa kan qabanidha.
Akkaataa ifa isaanitiin bakka lamatti qoodamu
Isaanis;-
➢ Ifa diimaa fi
➢ Ifa magariisaa dha.
➢ Ifti diimaan fakkii namaa qabu yommuu ifu lafoo deemtoni daandii akka qaxxaamuran kan dhorku dha.
➢ Ifa magariisaan fakkii namaa qabu yommu ifu lafoo deemtoni mallattoo sararaa isanif qophaa’e qofa fayyadamuun qaxxamuruu ni danda’u.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Adama