Utubaa Academy
Pagen kun kan barnootati. Barnoota sadarkaa duraa irraa hanga yuunivarsiitii jiru Afaan Oromootiin
11/09/2024
Some top scorers of this year!!! Who applauded for well!!!
Congratulation guys!!
Happy new Year🎊🎊🎊
UTUBAA Academy wishes all the bests to all Ethiopians!!!
May this year be the year of peace, success and unity for all human kind🙏🙏🙏
09/09/2024
Akka biyyaatti naannooleen Manneen Barnootaa meeqa irratti gonkumaa barataa hin dabarsine?
Bara kana walii gala Manneen Barnootaa 1,363 barattoota tokkollee hin dabarsine keessaa manni barnootaa 553 Oromiyaa irraa ta’u Ministeerri Barnootaa Prof. Birhaanuu Naggaan himan.
Barattoota tokkollee kanneen hin dabarsine naannoleen yeroo qoodamu akka armaan gadiiti.
Oromiyaa
• Manneen Barnootaa 553
Finfinnee
• Manneen Barnootaa 4
Affaar
• Manneen Barnootaa 33
Beenishaangul Gumuz
• Manneen Barnootaa 36
Amaaraa
• Manneen Barnootaa 56
Somaalee
• Manneen Barnootaa 156
Tigraay
• Manneen Barnootaa 52
Akkuma waggoota laman darbe irratti taasifne bara kanas qabxii barattootaaf waan ilaalluuf channel keenya kana join fi barattoota kutaa 12ffaa hundaaf share taasisaa, akkasumas group keenya irratti namoota 10 add taasisuun registration number keessan yoo nuuf ergitan yeroo gadhiifamu isiniif ilaaluu dandeenya!
04/06/2024
If you have mined NOTCOIN and withdrew it on telegram wallet and faced trouble just contact us we will buy it! Join us on telegram👇
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the school
Website
Address
0000