Galeta Labu

Galeta Labu

Share

Music

29/11/2023

BY"alalaas qabsaawaa DHIIRA DHIIRARRAA.(respect).

"akkas je'ee walliseeti biyya isaatirratti wareegame"

A,Sodaalubbuu tiyyaa je'ee biyyaa behee hin jiraadhu Khan biraa tehee
Biyyaa fi biyyee tootirratti haqa falmachuu naaf murtiin (2)

1,Mee haa isininii dhaamuu warreen ceetan gama lubbuuteeysaniifibaataniibiyyarraa(2)
gabrummaatakkarraa tanbiraatti hin cehuu
biititoo badhaatuudha mirgi khankoo tahu
haqakhoo hammaan heluu hintaa'uu
fedhiin koo sabakhootii falmu

2,biyyasabnikhoo asii afrikaarra jiru
biyya faranjiiteeysee xibaaruun hintahu(2)
biyya tiyyarrattiin sabakhootiif falmee
hobbayaa teheetiin ibsaaf walabummaa
Sodaa lubbuu tiyyaatiif fagaadhee
hinqaaqu fakkaachuuf mil'adhee

3, sodaa lubbuutiyyaa jacha gama cehee
biyya sabakhoorraa citee moggabehee(2)
gabroomfama sabaa hogguu alaan'aluu
ifumaan sossobaa humaatuu hintaruu
arraata gochakhootiin qindaawee
gurmuu qabsoo saba khootii tahee.

a,haa cilaawee daaraa tahuu(2)

21/11/2023

Mucaa obboleeysaati

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Adama?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Address

Aba Gada
Adama