Araddaa

Araddaa

Share

Harmeen ofii jannata jiruuti!!

11/05/2026

πŸ’˜πŸ€£πŸ’‹πŸ’‹πŸ’‹πŸ’‹

06/05/2026

Nama Gatii Jaalalaa ❀
Beekuf Jaalalaatii
WarqiidhaaπŸ’―πŸ₯€

06/05/2026

Dandeessu na gargaari
Gaaf-tokkon si galataa
Dadhabdu na dhiisi waan
Na baasu na falataa!

Malee gufuu hin tahi
Anaaf kaayyoo koo gidduu
Fira isa dhugaa malee
Fakkeessaaf qaba hedduu

Want your business to be the top-listed Media Company in Adama?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Website

Address

Ciro
Adama