Sammy Asefa

Sammy Asefa

Share

I am one of the Ethiopian musicians 🎹

22/07/2025

Maqaan ishee jedhamtii kan dhalattee godina Wallagga Lixaa magaalaa Giimbittidha. Akkuma nama kamiyyuu baratee bor mul'ata ishee bira ga'uf jecha bara 2016 'Enterance' qoramtee qabxii 'remedial' argachuun bara 2017 'unversity' Ambootti barataa kan turte dha.
Haata'u malee amma irratti wanti hin yaadamne tokkoo ishee mudatee jira, ishee lamaan isaayyuu hojii dhaabee jira. Kanafiyyu kaleen ishee kun akka jijiramuf deegarsa nurraa barbaddii.
Deegarsa keessan ishee barbachisaa waan jiruuf namni dandeesan kamiyyuu guddaa dha xiqqo dha utuu hin jeedhin bira dhabbannee lubbuu ol-adeemtuu kana haa baraarruu.

Account abbaa isheet
1000039637921
Takile Ayaana Danuu (CBE)

Account kan ishee
013351395471200
Meti Takile (Awash)

Obbolletii kana bira haa dhaabbannu adaara🙏

07/07/2025

Kunoo Akkaawuntii Bank Banamee jira. 👇

1. CBE 1000700928539

2. Awash Bank 013200706793100

Temesgen Gime, Gadisa Tilahun chibsa and Jalale Tadese

Namoonni Baay’een jaalalala Obboleessa keenya Faarfataa Addisuuf qabdan irraa ka’uun, waan isaaf malu goonaaf jettanii biyya keessaafi alaa gaafachaa jirtu.

Koreen Sagantaa kanaa dursee Dhimma kanaaf sochiirra jira.

Addisuun garuu koreedhaan Eebba album isaa irraa kan hafe, Uummata kana dhimma biraaf hin rakkkisinaa jechuun mormaa ture.

Ummati garuu jaalala isaaf qabu irraa kan ka’e, Addoo dhaaf kennaa jaalalaa kennee gammachiisuu barbaada.

Kanaaf amma wiirtuu tokko irratti akka walitti qabamuuf, maqaa Namoota 3 n account banamee jiru, public akka ta’u koreen murteessee jira.

Waanti Haawwii keessanii kun akka milkaa'uuf, itti hirmaadhaa!🥰❤️🙏

16/06/2025

Dubartii bareedduu waliin jaalala yoo jalqabde,wanti beekuu qabdu
Yoo xiqqaate guyyaatti dhiironni 3 carraa isaanii ni yaalu,kana jechuun torbanitti dhiirota 21,waggaatti dhiirota 1095 ... ta'a jechuudha.
Ammagaa natti himi,jaalalleen kee si'a 1095 lakkii jechuu dandeessii?😉😃

Ani hin jenne qofa kan jedhe
Mugabe dha malee.

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Address

Ethiopia Addis Ababa
Addis Ababa