OROMO TIMES
Kan Gurma'eef
Kan hidhate
Hin mo'amu
DR. Haile Fida
���
20/05/2025
Na hofkalchaa! Har'as ibsaan waan hin jirreef barumsi keenya hin jiru. Bor itti fufna.
20/05/2025
❗️
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Nama keessa namni hin jiruu
sobeetu nama fakkaataa
Of eeggadhu sitti himeeraa
itti of gatteetu nyaatamtaa
Biyya bofni guute keessa akkamittin gugee taata?
Keessaan cufadhu manakee bineensaaf irbaata taataa
Yeroo ati naan jette
Anatti soba fakkaate!
Barri kun bara dhumaatii
jaalala fixeera namni
Afaaniin sobee wal kuula
diina waliiti garaani
Si dhungataa si ciniina
boolla siif qota hiriyyaani
Shakki shakkuun ogummaadhaa ilmoo namaa hin amaniinii
Yeroo ati naan jette
Anatti soba fakkaate!
Harka walitti siif reebeen
rukkutee lafa si buusa
Ilkaan ittiin sitti seeqeen
alalfatee si caccabsaa
Keessii fi alli isaa wal-adda
siif hin raawwatu waadaasaa
Kokkolfaa boolla si buusee
otoo hin beekin si ajjeesaa
Yeroo ati naan jette
Anatti soba fakkaate!
Oolee bulee, bulee oolee
Kunoo amma reefuu naaf gale!
Yeroo akkamii akka na gane
otoo hin beekin na ganeetu
Hallayyaa qileen na dhaqee
gaafa harki harka na nyaatu
Michuun koo inni ani itti of gate darbatee gaafa na gatu
Arraba dhadhaa dibatee garaadhaan boolla naaf qotu
Oolee bulee, bulee oolee
Kunoo amma reefuu naaf gale!
Gaafa gammachuu koo gaddee gadda koo gaafa gammadu
Milkaa’uu koof nyaara guuree kufaatii koof of qimmiidu
Kan hin qabne narra kaa’ee
natti baasee mudaa hedduu
Hamilee koo cabsuuf jecha
waan meeqa yoo inni naan jedhu
Oolee bulee, bulee oolee
Kunoo amma reefuu naaf gale!
( ✍️ Ebisa Bayissa )
20/05/2025
MASHALLAH❤️🇮🇷🇮🇷
:
𝐏𝐚𝐭𝐡𝐢𝐯𝐚𝐫𝐚 𝐓𝐨𝐮𝐫 𝐏𝐚𝐜𝐤𝐚𝐠𝐞 𝟒𝐍/𝟓𝐃
@17000𝐩𝐞𝐫 𝐏𝐞𝐫𝐬𝐨𝐧 𝐁𝐲 𝐉𝐞𝐞𝐩
@12000 𝐩𝐞𝐫 𝐩𝐞𝐫𝐬𝐨𝐧 𝐛𝐲 𝐁𝐮𝐬
𝐃𝐚𝐲 𝟏: 𝐊𝐚𝐭𝐡𝐦𝐚𝐧𝐝𝐮 𝐭𝐨 𝐁𝐢𝐫𝐭𝐚𝐦𝐨𝐝𝐡
* Depart early in the morning from your location via Sindhuli BP Highway.
* Have lunch on the way.
* Explore the Terai road.
* Stay at Birtamodh.
* Have dinner at the hotel.
𝐃𝐚𝐲 𝟐: 𝐁𝐢𝐫𝐭𝐚𝐦𝐨𝐝𝐡 𝐭𝐨 𝐓𝐚𝐩𝐥𝐞𝐣𝐮𝐧𝐠
* Have an early morning breakfast at the hotel and head towards Taplejung.
* Enjoy the journey with sightseeing opportunities.
* Explore the ways of Taplejung.
* Have lunch on the way.
* Stay at Taplejung.
* Have dinner at the hotel.
𝐃𝐚𝐲 𝟑: 𝐓𝐚𝐩𝐥𝐞𝐣𝐮𝐧𝐠 𝐭𝐨 𝐓𝐡𝐮𝐥𝐨𝐩𝐡𝐞𝐝𝐢 – 𝐏𝐚𝐭𝐡𝐢𝐯𝐚𝐫𝐚
* Take a jeep to Thulofedi early in the morning (self-cost for jeep, which is 400 for going and 400 for coming back).
* Trek about 5km from Thulofedi towards Pathivara.
* After visiting Pathivara, return back to the hotel.
* Have dinner at the hotel.
* Stay at the hotel.
𝐃𝐚𝐲 𝟒: 𝐓𝐚𝐩𝐥𝐞𝐣𝐮𝐧𝐠 𝐭𝐨 𝐊𝐚𝐧𝐲𝐚𝐦
* Have an early morning breakfast at the hotel.
* Have lunch on the way.
* Explore Kanyam and the Ilam District.
* Have dinner at the hotel.
* Stay at Kanyam.
𝐃𝐚𝐲 𝟓: 𝐊𝐚𝐧𝐲𝐚𝐦 𝐭𝐨 𝐊𝐚𝐭𝐡𝐦𝐚𝐧𝐝𝐮
* Have breakfast at the hotel.
* Head back to Kathmandu.
* Have lunch on the way.
* Reached Kathmandu
𝐏𝐚𝐜𝐤𝐚𝐠𝐞 𝐈𝐧𝐜𝐥𝐮𝐝𝐞 :-
✅ Lunch
✅ Dinner
✅ Breakfast
✅ Room Accommodation ( sharing Basis)
✅ Transportation ( bus or jeep as per your preference)
𝐍𝐨𝐭 𝐈𝐧𝐜𝐥𝐮𝐝𝐞𝐝 𝐢𝐧 𝐏𝐚𝐜𝐤𝐚𝐠𝐞 😕
𝐏𝐚𝐜𝐤𝐚𝐠𝐞 𝐧𝐨𝐭 𝐈𝐧𝐜𝐥𝐮𝐝𝐞𝐝
❌ Snacks & cuisines
❌ Drinking beverages (Beer, Mineral Water)
❌ Personal expenses
❌ Travel Insurance
❌ Overstay due to any natural calamities/strikes
𝐒𝐚𝐧𝐬𝐡𝐫𝐞𝐞 𝐈𝐧𝐭𝐞𝐫𝐧𝐚𝐭𝐢𝐨𝐧𝐚𝐥 𝐓𝐫𝐚𝐯𝐞𝐥 𝐀𝐧𝐝 𝐓𝐨𝐮𝐫𝐬 (𝐏𝐯𝐭. 𝐋𝐭𝐝.) 𝐊𝐚𝐭𝐡𝐦𝐚𝐧𝐝𝐮
Note: Schools and colleges are planning to go on a tour. Remember, we offer special discounts for schools and colle
20/05/2025
Nama ta'uuf namoomuun qofti ga'aadha.
Waaqayyoo gooftaan koo si haa fayyisu Kadiroo Ni Jira Garuu Namummaatu Hin Jirre Malee
Garuu Rabbiin Obbo Yaadataa
Nama fi Namummaallee Badhaasee kan musiliima Waaqee fataa, kiristaana ja'ee osoo addaan nama hin qoodin nama gargaara
baayeen dinqisiifadha 🗻
Inni Nama Ganddaa Nama Gosaa Nama Siyaasaa Osoo Hin Taane Yaadataan Nama Hojii Nama Kayyoo Gaarii Nama Karoora Gaarii Abdii Biyyaa Misoomssaa Biyyaa ti🗻
IYaadataan lma Gosaa Ganddaa Osoo Taane Ilma Oromoo ilma Sabaa Sabaa Sabllamoota Hundaa Amala Qabeessa Dhala Namaa Hundaaf Nama Michuu Tahe Amala, Shaggaa Hundaan Walii Galuudha 🗻
Moo'atoo Badhaa Famoo dha Afaan Oromoo ti ♥️
Iproud Of You Yadataa Love ❤️
Click here to claim your Sponsored Listing.