Masuud Mahammad PAGE

Masuud Mahammad PAGE

Share

Aaydoolojii ykn yaadama Oromoo durii deebisuu akkasumaas qarooma kuush durii kallattii fi alkallattiin iratti hojjadhee deebisuudha

15/04/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Taajuu Dirribaa Raggasaa, Saabir Kamaal, Ashaasirac Amme, Farida Bilisa, Qobee Abiraham, Iliyyaas Amaan

Photos from Oromia Communication Bureau's post 14/02/2026
29/04/2025

Maal jedheen si waama
Mee yaa Haadha Meetii
Maqaa kee kan duraa
Jaaloo too kan jedhu
Amma naxiqqaate
Jaaloo Haadha Meetii.

Warqeetoo siin jedhuu
Meetiin Intala kootii
Warqeenuu xiqqoodhaa
Diamond hin wayyuu.

Albuuda isa addaa
Naaf gati-jabeettii
Ati yoomuu anaaf
Hin qabdu fakkaattii.

Want your business to be the top-listed Grocery Store in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Address

Harargee
Addis Ababa