Gartuu dhugaa

Gartuu dhugaa

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Gartuu dhugaa, Musician/Band, ADDIS ABABA, Addis Ababa.

28/08/2024

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Tolosa Asefa Abera, Dawit Galila, Hinseen Hikoo

Photos from Gartuu dhugaa's post 27/08/2024

Horiin Akka Namatti Yaaddu yoo Dhibdeyyuu Namni akka Horiitti Yaadu Hin Dhibu
Safuu bara akkamii keessa gallee jirraa jamaa?
# Follow Sanyii nagaa Page

16/08/2024

Balaan Tasaa Sirraa Ittifameera
Ameen Jedhi!

Photos from Gartuu dhugaa's post 05/08/2024

JIRAATTI WAL BEEKSISUU KUTAA 35FFAA
========================
Nagaa fi Araarri Waaqayyoo Iddoo jirtanitti Siniif Habaayyatu Hordoftootni Sanyii NAGAA
Akkuma beekamu namoota waaqayyoo jaarraa kana keessa dhiibbaa guddaa uumanii fi Uumaa jiran kan baayyeen keenya beeknuu fi baayyeen keenyammoo hin beekne wajjin akka sirriitti wal baraa jirru duubdeebii keessan irraa hubachuuf yaalera
Maarree Egaa har'as nama waaqayyoo Dibatnii fi Ayyaanni Guddaan irra jiru akkasuma dandeettii cimaa fi barsiisaa jaarraa kana cimaa kan Ta'e paster Gammachuu Mulaatuu wajjin caalaatti akka wal bartan fedha.
Paster Gammeen nama jabaa dandeettii uumamaa qabu namootni keenya baayyeen kan itti gargaaramnee Beeknu fi akkasuma namootni keenya warri itti hin gargaaramne barbaddanii akka itti fayyadamtan cimseen dubbadha.
Paster Gammeen jabaadhu SI jaalanna leenjii dargaggoo Abjuukoo ganamaa Jedhu eegaltee jirtu sana cimsii itti fufi.
SI jaalanna ammallee waĆ n haaraa sirraa eegna , Sabni keenya biyya keessaa fi alaa akka sirraa gargaaramu abdiin qaba . Ergaa kana share Gochuun waliin gahaa!.

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Address

ADDIS ABABA
Addis Ababa
000000000000000