Gadaa
Adurree kessii binensaa
GGMU❤️❤️💪💪💪
Diinni miidhaan irra gahaa jira!!
Morkattoonni keenya Dilbata spurs miidhaa hedduun rakkachaa jiru.
spurs bara darbe taphattoonni ijoo isaanii miidhamanillee nu gadi akka hin taane yoo agarsiisan, bara kana garuu adda ta'ee mul'ata.
Spurs tapha Dilbata dhufuuf taphattoota sarara gidduu isaanii ijoo Maddison, Kulusevski fi Bentayga malee ni taphatu.
Kudus, Ben Davies, Danso fi Bergwijn taphattoota miidhaman biroo keessaa tokko.
Richaarlison fi Peedroo Porome Dilbata gara dirreetti deebi'u jedhamee kan hin eegamne yoo ta'u, Spence, Solanke fi Van Deven illee shakkii keessa jiru.
Tapha dirree isaa irratti taphatu kanaa yeroon kun yeroo gaarii Seexanoonni Diimaa spurs irratti haaloo ba'aan fakkaata.
04/02/2026
Michael Carrick 💥Fuldureen Manchester United Kobbie Mainoo giddu-galeessa kan godhate ta'a.
-Kobbie Mainoo akkadamii Carrington keessatti kubbaa miilaa barataa guddate. Erga gara kilaba idileetti ol-dhufeeyis gahumsa ajaaibsiisaa agarsiisaa ture, garee biyyaalessa England 🏴 waamameera.
-Ruben Amorim taphattoota murteessoo ta'an kanneen akka Bryan Mbeumo, Matheus Cunhaa fi Beenjaamii Seeskoo gara M-United waan fideera sababa kanallee deeggartoota Manchester biraa galata qaba.
-Hata'u male taphataa kennaa addaa qabu kana,, sanu guddisa kilabichaa kan ta'e taphachiisuu dhiisuun isaa deeggartoota Manchee biratti hojiin isaa gaaffii keessa akka galu taasiseera. hinumaatuu ari'amuu Leenjisichaatiif sababni guddaan Caarraa taphaa Kobbie Mainoo dhowwachuu isaati jedhameera.
-Amma Manchester United leenjandii isaa duraanii jalatti daandii gara guddummaa isaatti isa deebisu irra waan bu'e fakkaata.
-Carrick Kobbie Mainoo dhaabbiidhaan hirirsisee daqiiqaa 90 guutuu taphachiisaa jira. Inni lafa dugdaa Kilaba kanaati jechuun ragaa baheera
-Michael Carrick taphoota Premier league ciccimoo lamaan injifachuun hojii isaa milkiin jalqabeera. Injifannoo isaa rapha lameen irratti sarara jidduu irratti kubbaa sirnaan to'atee kilabicha gargaaraa kan jiru ti.
-Darbii Machuuriyaaniitin ollaa isaa Manchester City dirree isaa Old Trafford fi deeggartoota isaa fulduratti ama*nsiisee gaafa mo'ate Kobiin dhoora guddaa taphate erga mo'atee.
-Dursaa liigichaa fi tilmaama waancaa Premier league Ingilaandii baranaa kaasuuf parsantaa 90 kan argate Arsenaaliin dirree isaanii Emirates tti deemee deeggartoota isaanii kuma 60 fulduratti gaafa jil'bee*franchisu..
Sarara jidduu jabaa Arseenaal kan Martin Odegardii, Zubimandii fi Diclan Rice durfamu tokkichi Carrington Diyimandii umurii 20 Kobbie Mainoo bira kubbaa dabarsuu hin dandeenye, isaan to'ate , kubbaa ajaaibaa Cunhaan gara gooliitti jijjire sana isatu mijeessee kenne, Kobbien Kilaba isaa isa
Manchester United vs Brighton
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Addis Ababa
GM2012