EgreMenged

EgreMenged

Share

Ethiopian car pooling service
እግረ መንገዱን በርሶ መስመር ከሚሄድ አሽከርካሪ ጋር አብረው ይጓዙ
Waliin Imalaa

26/01/2023

EgreMenged appilikeeshinii imaltoota fi konkolaachiftoota bakka ka’umsaa fi ga’umsaa walfakkaataa qaban ykn daandii walfakkaataa irra deeman wal qunnamsiisudha. Kaayyoon isaas baasii boba’aa qooddachuun yeroo qusachuu, dadhabbii imaltootaa fi baasii boba’aa konkolaachiftootaa hir’isuudha. Tajaajila kanaaf kaffaltii hin gaafannu. Gatiin imalaa konkolaachisaa fi imaltoota gidduutti mariin kan raawwatamu ta'a. Magaalota/bakkeewwan ka’umsaa fi ga’umsaa itti dabalamuu fi yaada biraaf karaa saanduqa yaadaa ykn inbox nuuf ibsaa.

egreMenged
Manuma teessanii dura walbeellamaa

25/01/2023

egreMenged/እግረመንገድ ማነሻና መዳረሻቻው ወይም መስመራቸው ተመሳሳይ የሆኑ መንገደኞችን ትርፍ ቦታ ካላቸው አሽከርካሪዎች የሚያገናኝ አፕልኬሽን ሲሆን አላማውም የነዳጅ ወጪን በመጋራት የእግረኞችን ድካም ቀንሶ ጊዜ መቆጠብ፣ ለአሽከርካሪዎች ደሞ የነዳጅ ወጪ መቀነስ ነው፡፡ ለዚህ አገልግሎት ምንም አይነት ክፍያ አንጠይቅም፡፡ የጉዞ ዋጋ በአሽከርካሪና ተሳፋሪ ስምምነት ይሆናል፡፡ እንዲጨመር የሚፈልጉትን መነሻና መዳረሻ ከተሞች/ቦታዎች እና ለማንኛዉም አስተያየት በሀሳብ መስጫ ሳጥን ወይም በውስጥ መስመር ያሳውቁን፡፡
egreMenged
እግረ መንገዶን አብረው ይጓዙ

Want your business to be the top-listed Transport Service in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address


Addis Ababa