Michujobs
Hoji barbaddotni karaa keessas tahe Commentiin nu quunnamaa
wantoota wayitawaa bahaan gad isiiniif lakkifna fedhi keessan murttessadha galatoomaa
08/04/2026
Kanatu fala
https://www.facebook.com/share/p/1CY2JUbTb2/
27/03/2026
https://www.facebook.com/share/p/17AUiX79Vf/
dubbistee utuu nama hin qoodin hin darbiin
"Dumessa olitti jiraadha malee dumeessa jala hin jiraadhu!" ⛈️✨
"Addunyaa kanarra simbirroota baay'eetu jira. Yommuu roobni roobu hundi isaanii gaaddisa barbaaduuf fiigu; Joobirri garuu rooba jalaa dhokachuuf hin fiigu.
Kanaa mannaa baallee isaa diriirsee duumessa olitti balali'ee roobaa ol ta'ee gadi ilaala."
Yeroo rakkoon dhufu namoonni hedduun Nama komachuun amilee isaanii gadi buusun gaaddisa barbaadu.
Garuu akka joobiraa ta'i! Rakkoo kee dhoksuuf hin yaalin; humna rakkoo kee olitti ol kaasu ijaari /Uumi
Yaadadhu:
Joobirri kophaa isaa balali'a; Sinbirroota waliin hin balali'u.
Olka'iinsa kee irratti kophaa kee imaluu hin sodaatin yeroon jedhu ejjennoof kutannoo qabaadhu .
Callisuun kee sodaa osoo hin taane humna yeroo kaatu duuba hin deebitu .
Joobirri sagalee hin dhageessisu, garuu samii ni to'ata/Iji isaas fagootti arga atis fageessi yaadi.
Har'a akkas jedhi ofitti himi: 'Ani Joobira, rakkoo koo olitti akka balali'uufan uumame!'
Har'a rooba duumessa keessa jiru osoo hin taane ifa duumessa gubbaa itti argitu nuuf haa ta'u."
📝
Rakkoo kee olitti akka Joobiraatti balali'uuf qophoofteettaa?
facebook keenya bakka jettu tuquun maatii keenyas ta'aa.
barsiisoof isin gagaaran hordofaa
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the public figure
Telephone
Website
Address
Addis Ababa
24800