Megi geme
Sharing information for my social wich suffering Loss of healh. Specially how to use drugs and promote healthy life.
02/04/2022
Ulfa malee jijjiirama akkamiitu laguu/xurii dubartootaa hambisuu danda'a?
1.Dhiphina sammuu
2.hirriba dhabuu
3.ulfaatinnii qaamaa garmalee gadi buhuu
4.ulfaatina qaamaa olaanaa (obesity)
5.sochii qaamaa cimaa (fkn atileetota fi taphattoota kubbaa Miilaa fi kkf)
6.nyaata nyaachuu dhiisuu
7.Qorichoota fi lilmee mala ittisa da'umsaa tokko tokko
8.qorichoota dhibee biraaf kennaman akka dawaa dhiibbaa dhiigaaf kennaman tokko tokkoof kan mukuuf/(antidepressants) kennaman.
9.harma luugsisuu/hoosisuu
Rakkoowwan armaan olii hormoonota marsaa laguu fi barbaachisan jeequun laguun akka hafu godha. Dabalataan kana malees rakkoowwan gadameessaa, qopheessituu hanqaaquu,duudaa tahee dhalachuu qaama saalaa dubartootaa fi sammuufaalle rakkoo kanaaf nama saaxiluu danda'u.
Fayyaa hin dhabinaa
Dr Nafyad Getu.
Click here to claim your Sponsored Listing.