AbdFx

AbdFx

Share

Of Ta'ee Jiraachuu Mirga Koo Falmachuu Amantaan Kootu Na Ajaja! Mana jaalala baga nagayaan dhuftan

07/05/2026

Natti jijjiiramta osoo hin taane walin jijjiiramna jedheetin yaade🥹💔

06/05/2026

Koflaan si wajjiin dabarse hundi, har'a imimmaan ta'ee ija koo keessaa dhangala'aa jira🥹💔

28/04/2026

Hammam fagaattee akka badde kan sii galu yeroo deebuhuuf yaaltu dha!🥹💔

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Address

Addis Ababa