Keyar Jallaalla

Keyar  Jallaalla

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Keyar Jallaalla, Digital creator, 0928136143, Addis Ababa.

28/06/2025

"Unveiling History: The 4,500-Year-Old Tunic at the Egyptian Museum"

10/05/2025

The Ancient 4,500-Year-Old Tunic at the Egyptian Museum.

Photos from Keyar  Jallaalla's post 09/02/2025

Seenaa namaa kan jijjiiru Waaqayyoodha! Obboleettiin kun haadhaa fi abbaa malee guddatte utuu jireenya mo’achuuf oliif gadi joortuu rakkinni kun ishee mudate. Nuyis Waaqayyoo nu gargaaree obboleettii keenyaaf birmannee jirra! Namootni gara laafeyyiin yeroo hundumaa hiixachuudhaan beekamtan Waaqayyoo ammayyuu jireenya keessan haa Eebbisu! Sanyiin keessan hin rakkatiin!
Akkuma kana Hani beuty Acadamey carraa barnoota bilisaa kennuukeef Galatoomi!
Gaarummaan sanyiidha! Sababa bo’uu nama utuu hin taane sababa Gammaduu nama haa taanu

Hani beuty Acadamey
Address:- 1, Asko Tekur abay hensa 4 fok
2, Megenaga city mall 9 flower
Phone number 0938785757
0112740239

10/11/2023

naf godha page koo kana Oro ❤️❤️

Karaan fagaatullee
si arguus yoon baadhe
Guyyuma tokkollee
yoomin si dagadhe

Sin yaada yeroondaa
keessa koo jirta
ofirra caalchisee
akkan si jaallu beekta

Yaadni koo si bira
halkaniifi guyyaa
ani siifan boo'a
ani siifan iyya

Koottumee garakoo
Har'a borun maalifii
ani kanan gubadhu
hundumtuu sumaafii

Karaan fagaatullee
si arguus yoon baadhe
Guyyuma tokkollee
yoomin si dagadhe

Sin yaada yeroondaa
keessa koo jirta
ofirra caalchisee
akkan si jaallu beekta

Yaadni koo si bira
halkaniifi guyyaa
ani siifan boo'a
ani siifan iyya

Koottumee garakoo
Har'a borun maalifii
ani kanan gubadhu
hundumtuu sumaafii

Karaan fagaatullee
si arguus yoon baadhe
Guyyuma tokkollee
yoomin si dagadhe

Sin yaada yeroondaa
keessa koo jirta
ofirra caalchisee
akkan si jaallu beekta

Yaadni koo si bira
halkaniifi guyyaa
ani siifan boo'a
ani siifan iyya

Koottumee garakoo
Har'a borun maalifii
ani kanan gubadhu
hundumtuu sumaafii

Karaan fagaatullee
si arguus yoon baadhe
Guyyuma tokkollee
yoomin si dagadhe

Sin yaada yeroondaa
keessa koo jirta
ofirra caalchisee
akkan si jaallu beekta

Yaadni koo si bira
halkaniifi guyyaa
ani siifan boo'a
ani siifan iyya

Koottumee garakoo
Har'a borun maalifii
ani kanan gubadhu
hundumtuu sumaafii

Want your business to be the top-listed Media Company in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address

0928136143
Addis Ababa