Abbaa Seenaa
Kan Darbeef hin Dhiphatin kan dhufuuf yaadi malee!
05/06/2026
Mannee hojii fi dhaabbilee biirootti waamamtan hundaaf.
Akkuma hubatamu ogeeyyii fayyaa barnoota idileen waggaa waggaan biiroon kennuufitti cinaan dhuunfaan carraa argatan fayyadamuun barnoota isaanii guddifachaa turuun ni yaadatama.Biiroonis bu'uura qajeelfamaatiin kanneen barataniif walitti fufiinsaan beekamtii kennaa as ga'ee jira.Haata'u malee Waxabajjii 30/2013 booda barnoota isaanii sagantaa idileetiin baratanii beekamtii kan hin argatin jiran hojjettootni hedduun gaaffii kana deeddeebiin biiroo gaafachaa turanii jiru.Mgt'n biiroo keenyaas dhimma kana gadi fageenyaan mari'atee murtoo isaa dabarsee jira.kanaaf qaamni xalayaan kun isiniif barreeffame hundi akkaataa xalayaa kana irratti barreeffamee gadi bu'een raawwattanii,gabaasa isaa biiroof akka gabaastan cimsinee beeksifna
Turtii gaarii qabaadhaa!!!!
Way Gujii ðŸ˜ðŸ˜ðŸ˜ðŸ˜ Gootummaa kee moo! ajab!
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Addis Ababa