Abbaa Gadaa
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Abbaa Gadaa, Musician/Band, Addis Ababa.
31/10/2022
ዛሬ በአዲስ አበባ ፖሊስ ኮሚሽን የሀገራችንንም ይሁን የከተማችንን ሰላም በማስከበርና የተለያዮ የሽብር ሴራዎችን በጀግንነት በማምከን እንዲሁም በተሰጣቸው ተልእኮ የህዝብ አገልጋይነትን በተግባር ላረጋገጡ አመራርና አባላቱ የእውቅናና የማበረታቻ ስነስርዓት አድርገናል።
የአዲስ አበባ ፖሊስ ከመላው ህዝባችን እንዲሁም ከሌሎች የፀጥታ ሀይሎች ጋር በመሆን የህይወት መስዋእትነትን ጭምር በመክፈል በታላቅ አገር ወዳድነትና ፅናት ከተማችን የሰላም አምድ እንድትሆንና ሁላችንም በሠላም እንድንንቀሳቀስ ብሎም ዘርፈ ብዙ የልማት ስራዎችን እንድንከውን የማይተካና አስተዋፅኦ ያበረከተ ሠራዊት ነው።
አሁንም ከሁሉ በላይ ቅድሚያ የሚሰጠው ጉዳይ ሰላም ነውና ፤ ዘላቂ ሰላማችን ለማረጋገጥና ፤ በምናደርገው ጥረት የፖሊስን ተቋማዊ አቅም እያጠናከርን የጀመርነውን ሁለንተናዊ የሪፎርም አጠናክረን የምንቀጥል ይሆናል።
ፈጣሪ ኢትዮጵያንና ህዝቦቿን አብዝቶ ይባርክ!!
Har'a komishiniin poolisii Finfinnee nageenya biyya keenyaas ta'ee magaalaa keenyaa kabachisiisuufi shira shororkeessummaa garaa garaa gootummaan fashaleessuun, akkasumas ergama itti laatameen miseensootaa fi hoggantoota tajaajiltummaa ummataa gochaan mirkaneessaniif sirna beekkamtii fi jajjabeessuu taasisneerra.
Poolisiin Finfinnee Ummata keenya hunda waliin akkasumas humnoota nageenyaa biroo waliin ta'uun aarsaa lubbuu dabalatee kanfaluun cichoominaa fi miira jaalala biyyaa cimaadhaan magaalaan keenya nagaa qabeettii akka taatuufi hundi keenya nagaadhaan akka sochoonuufis ta'ee hojiilee misoomaa gama hundaa akka raawwannuuf raayyaa hojii bakka bu'aa hin qabne raawwateedha.
Ammas hundaa olitti dhimmi dursi kennamuuf nageenyaa waan ta'eef nageenya itti fufiinsa qabu mirkaneessuuf tattaaffii taasisnu keessatti humna dhaabbattummaa poolisii cimsaa riifoormii hunda galeessa eegalle cimsinee kan itti fufnu ta'a.
Waaqni Itiyoophiyaa fi Ummata ishee baay'isee yaa eebbisu!!
Click here to claim your Sponsored Listing.