Mitiku Busa Offical

Mitiku Busa Offical

Share

“And he said unto them, Go ye into all the world, and preach the gospel to every creature.”
?

06/04/2025

Kennaa isa caalu Kiristoosiif ❤❤

“Maariyaam yommus urgooftuu dibataa makaa hin qabne hidda biqiltuu gati-jabeessa "Naardos" jedhamu irraa kan hojjetame, akka walakkaa liitrii kan ta'u fuutee, miilla Yesus lachuu dibdee, rifeensa mataa isbeetiinis haxoofte; manichi immoo foolii urgooftuu sanaatiin in guutame.”
— Yoh. 12:3

Photos from Mitiku Busa Offical's post 22/05/2023

Angafootaa waliin waltajjii tokko irratti.
Far Alemayehu G/Meskel fi Bishop wube
@,Kenya
❤❤❤❤❤❤

27/01/2023

“Waan hundumaatti, kadhataa fi himataan galataa wajjin wanti is in barbaachisu Waaqayyo duratti akka beekamu godhaa malee, waanuma tokkotti yaaddoo hin qabaatinaa!”
— Filp. 4:6

Want your place of worship to be the top-listed Place Of Worship in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Website

Address

Finfine Oromia/Addis Ababa, Ethiopia/
Addis Ababa
000000