Borana Tech

Borana Tech

Share

Technology hacks. Tricks. Useful in the,.

01/08/2025

Nuti amma dura lafa dubbiin geesse irra deebiidhaan himaa turre. Mooraan Bilxiginnaa garuu reefu bakka dubbiin geette hubataa jira natti fakkaate.

Murtiin Seattle kun hedduu isaan rifachiisee jira! Dur guyyaatti si’uma takkaa lama deebii kennu turan. Amma sa’aatii sa’aatiidhaan deebii kennaa jiru🙂

Hubadhaa ~ Gaafa Wayyaaneen kufuuf qarqararra geette san Oromo Leadership convention Atlaantaatti gaggeeffamee ture. Hoggansa siyaasaa hedduutu irratti argame. Warri qindeesse akka Mootummaan sun kufu dhibbaan dhibbatti itti amaneeti.

Gaafasis warra jijjiiramni hin dhufu jedhaa turantu turan. Garuu bariidhuma san Wayyaaneen aangoorraa qaarite. Normally, mootummaan tokko kufuu isaatin dura mallattoowwan mul’atantu jira. Wanti amma argitan kunis mallattoowwan san keessaa isa tokko. Silas, osoo dhuguma waan gatii hin qabne tahee maalif mooran isaanii dirmammaa’a?

Want your business to be the top-listed Engineering Company in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Address

Kazanchis, Arada Subcity
Addis Ababa
0022