Pheenxe Ishee Durii
Utuu jiruu kan anatti amanu hundinuu immoo bara baraan hin du'u; kana amantaa ree? Yoh 11:26
🌹🌲🌹 Garuu Waa si Gaafata.
16/12/2025
Waaqayyo Sifi Maati Kee Balaa Tasaa Irraa Isin Haa Oolchu.
Godina Iluu Abbaa Boor Aanaa Yaayyoo Magaalaa Yaayyoo Bakka Addaa Naannoo Chiyinaa Cump Jedhamee beekamutti konkolaataan deddeebisa uummataa fi Bajaajiin walitti bu'uun battalumatti lubbuun namoota Afurii Darbee jira Maatii fi Miroottaniif Jajjabina Hawwina.
Adaraa Yeroo Baatan Waaqayyoon Kadhachuu, Akkasuma Yeroo Galateeffachu Hin dadhabiina inni Nagaatti Eege isin galche isa waan ta'eef.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the place of worship
Telephone
Website
Address
Addis Ababa
OROMIYA