Marga Kababa Page
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Marga Kababa Page, Digital creator, Addis Ababa.
20/05/2026
π¬
βWaamichi isaa abdii maalii akka of keessaa qabu, ulfinni warri Waaqayyoof qulqullaa'an itti darbanii argachuuf jiranis badhaadhummaan isaa maal akka ta'e beekuudhaaf, ija qalbii keessanii akka isiniif ibsuuf kadhata koo ti.β
π Efe. 1:18
π
Yeroon Yeroo Wangeelaati ππ₯βοΈ
Marga Kababa Page godhaa!
19/05/2026
π€π¬
βYaada ofii fedha fooniitti hidhuun du'a in fida; yaada ofii fedha hafuuraatti hidhuun garuu, jireenya, nagaas in fida.β
π Rom. 8:6
ππΏ
Yeroon Yeroo Wangeelaati ππ₯βοΈ
Marga Kababa Page godhaaπ₯°π
Click here to claim your Sponsored Listing.