Leeymoo
Hubadheen fudhadhaa. Saba koof hanga bu'aatti otoo hin taane hanga du'aatti nin qabsaawa
23/12/2022
Gulaallii: Lola Oromiyaa gaaga’amaa fidaa jiru dhaabuuf gaaffii miseensonni paarlaamaa dhiyeessaan ni deeggarra - Addis Standard Finfinnee- Haalli nageenyaa Oromiyaa keessa jiru qaamolee biyya keessaa fi idil addunyaa irraa xiyyeeffannoo guutuu barbaada. Waggoota arfan darban keessatti haalli nagaanya hawaasaa badaa dhufeera. Waliin jireenyi sabdaneessaa naannicha keessaa waggoota dheeraaf ture sababa dantaa siyaasaa qaawween...
09/02/2022
Hunduu bahuu qaba
Click here to claim your Sponsored Listing.