Chala Mohammed

Chala Mohammed

Share

oromoo saaba koo

07/03/2026

Hulaan Rizqiin duraan qabdu siif haa barakattu!

Hulaan Rizqiin haarawni
siif haa banamtu

01/03/2026

Iraan gadda uffattee jirtti!
Dubbiin akka Araboonni biyya keessaa odeessan akka hin taane amma hubadhaa! Iraan gadda guyyaa 40'f labsitee jirtti.

Isiraa 'eel fi US haleellaa kanaan milkaa 'anii akka jiraniis himaa jiru 🙏

Inni waggaa dheeraaf uummata Iraan rakkisaa ture akkuma Donald Trump jedhan galagalee uummata Iraan 'f biiftuun biliisummaa baatee jirtti 🙏

Odeeffannoo waa 'ee lola kanaa jala bu 'ee isiniifan gabaasaa na hordofaa 🙏

Page Segni Amanuel✍️📝

01/03/2026

Gadhiifamee jira
👇👇👇👇👇👇👇 ,
https://youtube.com/c/AbdoshAliyyiiOfficial

01/03/2026

🥰🥰

“Jabinaan dursaa jiru” - miidiyaalee mootummaa Iraan waliin hidhata qaban

Dhaabbileen oduu fi Mehr mootummaa Iraanitti dhihoo ta’an, Hogganaan Ol’aanaa biyyattii Ayaatollah Ali Khamenei lubbuun jiraachuu fi “jabinaan hogganaa jiru” jechuun gabaasan.

👉Qondaaltonni Iraan gabaasa Israa’el kana “waraana xiinsammuu” jechuun kuffisaniiru.

Ministirri Dhimma Alaa biyyattii Abbaas Araqchi akka jedhanitti, Khaamenee fi preezdaantiin fayyaa gaarii keessa jiru.

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address

Addis Ababa