TeRefe KeMiso CheWaka
Success usually comes to those who are too busy looking for it. I am looking forward to get more....
23/06/2026
Onesimos Day
Victory Memorial
June 21, 2026
Namni garaan isaa Faayidaatti hidhame namaaf miti Ofittuu hamaadha. Garaa isaaf Malee Abjuu isaaf hin jiraatu.Garaan nama Gana🤫
08/05/2026
?
✍️Gaafa hayyuu dagattee wallaalaa faarsitu
✍️Gaafa xixinnoo kabajjee guddaa xinneessitu
✍️Gaafaa namummaa salphistee gadhummaa kabajjuu
✍️Gaafaa beekumsa lagattee beekamtii faarsitu
✍️Gaafa wacaaf harka laattee dhugaaf gurra dhabdu
👈
06/05/2026
Nagaa Qabaadhaa🙏
Nutti tolee akka jiraannuuf waan aduu gadii buufachuun dirqama miti.
Wanti aduu gadii tuullaa kosiiti.
Yoo Diina nutti h**e malee fira hin bitu.
Yoo nagaa nu saame malee gammachuu hin kennu.
Notes:
1. Qabeenyi Abbotarraa hin dhaalama
2. Beekamtii guyyoonni nama badhaasu
3. Beekumsa baratanii ni argatu
👉Gabaan nagaa bitatan garuu hin jiru👈
Maddi nagaa Yesuusi Kiristoos qofaadha.
✍️Namni Yesuusiin qabu nagaa qaba
✍️Namni nagaa qabu waan hunda qaba.
Nagaa Qabaadhaa🙏
05/05/2026
Namni Waa'ee galgalasaa yaadaa yoo hin jiraanne, ganamnii fi guyyaan ni dagatamu.
Utuu hin bari'in hin dhihu, Utuu hin dhihinis hin bari'uoo
Jireenyi marsaa guyyaa fakkaatti.
👉Yoo nutti dhihee jiraate nuuf bari'uuf akka jiru beekuu
👉Yoo bari'eera ta'e deebi'ee akka dhihu yaaduun......falaasama jireenyaati.
Click here to claim your Sponsored Listing.