Beeksisa Hojii-Job Vacancy
Kaayyoon fuula facebook kana hojii dhabdummaan rakkoo cimaa biyya kana taha dhufe jira. Isuma kana x
08/05/2025
Beeksisa qacarrii ogeessoota fayyaa marsaa 2ffaa Waajjirri Fayyaa Godina Jimmaa irra deebi'uun baasee waliin dabarsaa.
🔺🔺🔺🔺
Beeksisa qacarrii ogeessoota fayyaa marsaa 2ffaa Waajjirri Fayyaa Godina Jimmaa irra deebi'uun baasee waliif share godha.
Hub:
Ogeessi hayyama.qacarriiwwan duraan kennaman keessatti qormaata fudhatee darbee xalayaa ramaddii fudhatee hafe hin ilaallatu,bakka lamatti qacarmee ragaan dhiyaanan tarkaanfiin seeraa kan fudhatamu ta'a jechuun beeksiseera.
20/08/2024
14/12/ 2016
!
----------
Biiroon Barnootaa Oromiyaa Barsiisota Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad. 2ffaa 7 Keessatti Barsiisuuf Ulaagaalee asii gadii guutuu danda'an dorgomsiisee qacaruu barbaada.
Kanaafuu, Barsiisotni Sad. 2ffaa guuttan akka dorgomtan waamichi isiniif taasifameera.
:
15/12/ - 24/12/2016 guyyoota hojii qofa.
:-
- Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad. 2ffaa - 7'n hunda keessattiifi
-Biiroo Barnootaa Oromiyaa(Finfinnee) kutaa Daayirektoreetii Hordoffii Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaafi Addaatti galmaa'uu ni dandeessu.
:-
Odeeffannoo Guutuu Argachuuf (5) qabu Asii Gaditti Maxxansineerraa. Dubbisaa.
!
22/05/2024
Waliif Share godha.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Addis Ababa