Finfinnee Entertainment
Aartiifi artisitii Oromoo jajjabeessina
19/11/2022
!
Pireezidaantii Itti Aanaan Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa, Obbo Salamoon Araddaa, Mana Murtii falmii Dhaabbata Biyyoota Gamtoomaniitti Abbaa seeraa guyyaa walakkaa ta’uun muudaman.
Pireezidaantii Itti Aanaan Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa, Obbo Salamoon Araddaa, Mana Murtii falmii Dhaabbata Biyyoota Gamtoomaniitti bara 2023 irraa kaasee hanga 2030’tti Abbaa seeraa guyyaa walakkaa ta’uun muudamaniiru.
Muudamni kennameef kunis yaa’ii waliigalaa Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii 34'ffaa akka lakkoofsa Awurooppaa Sadaasa 15 bara 2022’tti Ameerikaa Niyoorkitti taa’ame irratti filannoo abbootii seeraa filatamerratti ta’uun himameera.
Bara Hojii Milkii!
Click here to claim your Sponsored Listing.