Engineer Dereje page

Engineer Dereje page

Share

''Ofta'uun Heera uumaati, kan Ofta'ee ofiifis,Maatiifis biyyaafis ta'a!.

Photos from Engineer Dereje page's post 14/06/2026

Barri nagaa haa taatu.
Ameerikaa fi Iraan waraana dhaabuuf guyyaa har’a waliigaltee ni mallatteessu jedhan Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp.

Waliigaltichi erga mallatteeffameen booda ulaan Hoormuuz hundaaf banaa ta’a jechuu isaanii BBC’n gabaaseera.

Waaq ati milkeessi Hiyyeessikee cinqame!.

10/06/2026

Warri faayidaa sirna beeku gaafa sirni isa harka jiru uummataasaf akkasitti ijaare itti galche.

Dimogiraafi magaalaa akkasin jijjiran.

Photos from Engineer Dereje page's post 09/06/2026

Tuulamni Sadeen Ardaa Jilaa Dhaka Koraatti walirraa Fuudhinsa Baallii ykn Alangee Gadaa Gaggeessuufi Qophiirra jira

Sirni Gadaa Oromoo sirna Siyaasa, Dinagdeefi Hawaasummaa Oromoon Addunyaaf gumaache keessaa isa tokko ta'ee Sirna Calaqqee eenyummaa, Afaan, Seenaa, safuufi Siyaasa Oromooti. Kunis, Sirna waggoottan hedduuf Uummatni Oromoo kalaqee sirnoomsee ittiin walbulchaa turedha.
Fakkeenyummaafi agarsiistuu Sirna dabarsa Aangoo karaa nagaan itti darbuu kan ta'e Sirni walirraa fuudhinsa Baallii Gadaa Tuulamaa Waxabajjii jalqabarra Godaansa eegalee sirnicha raawwata. Koottaa qaama sirna kana ta'aa itti hirmaadhaan affeeraa Kenya!


Bakka: Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Galaan, Ardaa Jilaa Dhaka Koraatti

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address

Addis Ababa