Abdii Rafera
life is good but living for yourself is better
19/04/2026
Oolmaa gola istuudiyoo walirraa hin cinne, ifaajjee waggaa Afuriitin booda, Albama HIP HOP, traakota 16 qabu, xummuruun gurra sabaatin gahee, anis hojiin koos magaalaa geenyee yaaddeebii dhaggeeffataa koo simachuuf guyyaa qubaan lakkaa’aman qofatu hafe!
Kanumaan walqabatee, kibxata gaafa guyyaa 13/8/2026 ganama sa’aatii 4:00 irratti ibsa miidiyaaf laachuuf Laawunjii YOOYYAA, gamoo Ijjigaayyoo Dibaabaa, CMC tti jaatanii qabannee keessummota keenyan yooyyaa jechuuf qophii xummurrerra!
Nuu koottaan waamicha kabajaafi jaalalaati
Moika Danfa
Milkaa'i Bro🤞
Click here to claim your Sponsored Listing.