There Is Only One OLF
NaafSiif Business Center
Kana booda adeemsi keenya ABO waliini.
Hattuun tokko maallaqa yookin waan hatamuu danda'u tokko erga sijalaa hatee, ati iyyitee iyya dabarsitee namoonni erga siif birmatan Hatticha akka miliquu hin dandeenye yoo baru warruma siifbirmatan waliin yoo siitti deebi'e wanti rakkisaan sana caalu hin jiru. ODPn Uummata Oromoo qaltee qalchisiiftee ABO ofuma ishiif shira xaxxee xachisiiftee biyyaa baaftee waggaa 27 eessa turan jettee gaafatti. Uummanni Oromoo jaarmiyaa ofiisaa deeggaruun dhaaba badduu kana yeroo dhumaaf dhabama gochuu qaba. Yaa Oromoo hin gowwomiin ABOn kudhan hin jiru ABOn isuma ati beektu isuma ganamaa sana jabeeffadhu.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Addis Ababa
19235