Birraa
Kaayyoofi Galmaa Qabna
Waliin Amir Ahmedin – Itti fufeen jira! Walitti aansee ji'a 3f deeggaraa olaanaa ta'eera. 🎉
Naamusa Yeroo Mana Namaa Seenan Qabaachuu Qaban
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
• Rabbiin Qur’aana isaa Keesatti akkana Ja’a “ Yaa Warra Rabbitti amantan manaa namaa kan Keessan hin tahin hanga hayyama arkattanii salaamtaas jattanii malee hin seeninaa.” Suurat Al-Nuur Aayata 27
• Jireenya keenya keessatti afeeramnee taatuu ykn haajamnee mana namaa dhaquun Keenya hafa hin Qabu, yeroo mana namaa dhaqan garuu naamusa eeggachuu qabantu jira.
• Naamusoota San keessaa muraasa barreeffama kana keessatti waliin laalla dubbisaa qooda irraa fudhadhaa.
1: Salaamtaa Ja’ii Hayyama Gaafadhu, Mana Namaa hayyama malee hin seeninaa
2: Mana namaa Yeroo dheeyxe balbala dhadhahi, yeroo sadii ol hin dhadhahin. Ammallee suuta dhadhahi, humnaan dhadhooytee Warra manaa hin rifachiisin.
3: Eenyu jedhanii Yeroo si gaafatan Ana jattee hin deebisin, Maqaa kee himi.
4: Yeroo Akka Seentu siif hayyaman Salaamtaa jettu malee hin seenin. Yoo Siif Hin hayyamamne ammoo dhiisii deem malee hin seenin.
5: Yeroo Mana Namaa seentu Ija tee Gad Qabadhu, Ija tee faffacaastee mana namaa keessa hin laalin.
6: Erga Haajaa tee fixatte booda teessee Warra manaa hin rakkisin haajaa tee fixannaan gara irraa dhuftetti deemi.
7: Deemuu yeroo barbaadduus hayyama gaafadhuu deemi.
8: Yeroo Deemtu Salaamtaa Warra manaa Irratti Qara’ii Deemi.
• Yaa Rabbi Warra Naamusa Kana Hunda Guuttatu Nu Taasisi.
Barreeffama Kana Dubbisaatii Share Waliif Godhaa.
Gorsa Hariiroo Saalqunnamtii Hiriyaa kee Waliin Qabdu Fooyyessuuf"
❤🌿Fedhii walii keessan hubadha
❤🌿Walqunnamtii saa*laa irratti hin ariifatin
❤🌿Jalqaba Zoonii isiin si'eessu keessaa wal tuttuquu fi walitti erga kakaastani booda eegala.
❤🌿Yaada walii keessanii sirritti dhageeffadhaa
❤🌿Qulqullina ofii Eeguu: Qulqullinni dhuunfaa hawwata saalqunnamtii fi mijataa ta’uu keessatti gahee murteessaa qaba.
Atii fi abbaan manaa kee lamaan keessan iyyuu qulqullina gaarii akka qabaattan mirkaneessaa.
❤🌿Sochii qaamaa yeroo hunda gochuun, nyaata madaalawaa nyaachuu fi dhiphina to’achuun fayyaa waliigalaa fi fayyaa saalqunnamtii keessan irratti bu'aa gaarii fiduu danda’a.
Fayyaa hin Dhabinaa!!!!
Kallattii Walqunnamtii Saalaaf filatamoo ta'an 9 waliin haa ilaalu.❤
31/12/2024
GAGGEESSUMMAA FI LUKKUU HAADHOO
Yaada ijoo- Aarsa Abjuuf Kaffalamuu!
GAGGEESSITOONNIS IRRAA BARADHAA!
Qabxiillee Jajjaboo Kudha Tokko(11) Lukkuu Haadhoo irraa Barataman
1. Osoo hin haammatin dura jalqaba hanqaaquu gahaa buufti
☞KAROORA QINDAA'AA
2.Yeroo hanqaaquu ishee irra taa'uu jalqabdu ykn haammattu sochii ni xiqqeessiti
☞NAAMUSA
3.Sababa hanqaaquu ishee hammattuuf nyaatas waan hir'istuuf, ulfaatinni qaamaa ishee ni hir'ata
☞WAREEGAMAA FI OF KENNUU
4.Hanqaaquu lukkuu birootiif irra taa'uu ni dandeessi
☞AL-LOOGUMMAA FI ARJUMMAA
5.Guyyaa digdamii tokko (21) hanqaaquu ishee irra teessee obsaan eeggatti, yoo jalaa shamtellee deebitee hanqaaquu biroo buufti
☞AMANTAA, ABDII FI ABDII KUTANNAA DHIISUU
6.Hanqaaquu cuucii hin qabne adda baafattee kophaa baafti
☞XIINXALAA FI HUBANNOO
7.Hanqaaquu manca'e dhiistee tokko qofa yoo ta'ellee ilmoolee kan qabdu kunuunsuu eegalti
☞OGUMMAA, DAMMAQINAA FI DHUGAA
8. Cuucii ishee homtuu hin tuqu
☞KUNUUNSAA FI JAALALA
9. Cuucii ishee hunda walitti qabdi
☞TOKKUMMAA FI KAAYYOO
10.Ilmooleen ishee osoo of hin danda'in kophaa hin dhiistu
☞ITTI GAAFATAMUMMAA
11.Yeroo hunda ilmoolee ishee fuuldura deemti
☞HOGGANSAA FI FAKKEENYUMMAA
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Telephone
Website
Address
Addis Ababa