Shagar Post

Shagar Post

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Shagar Post, Grocers, Shagar city, Addis Ababa.

17/04/2026

Mootummaan Itoophiyaa jijjiirama diinagdee biyyaa bu’uura irraa ijaaruuf damee qonnaatiif xiyyeeffannoo olaanaa kennee hojjechaa jira.

Qonni bu’uura jireenya uummataa ta’uu isaatiin, imaammanni fi hojiiwwan mootummaa irratti xiyyeeffatan oomishtummaa guddisuu fi wabii nyaataa mirkaneessuuf kaayyeffatanii hojjetamaa jiru.Tarkaanfiileen fudhatamaa jiran keessaa, teekinooloojii qonnaa ammayyaa babal’isuun, sanyii filatamaa fi xaa’oo gahaa dhiyeessuun, akkasumas leenjii fi deeggarsa qonnaan bultootaaf kennamu cimsuun ijoo dha. Akkasumas, misoomni jallisii fi bulchiinsi qabeenya bishaanii sirnaan gaggeeffamuu isaatiin, qonni yeroo roobaa qofa irratti akka hin hirkannetti taasifamaa jira. Kun ammoo oomisha itti fufiinsa qabu mirkaneessuu fi balaa hongee hir’isuuf gumaacha olaanaa qaba.

Want your business to be the top-listed Food & Beverage Service in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address

Shagar City
Addis Ababa