Siket Bank

Siket Bank

Share

Our mission is to provide integrated financial services using advanced technology and skilled employees with the aim to create value for stakeholders.

26/05/2026

እንኳን ለ1,447ኛው ዒድ አል-አደሃ (አረፋ) በዓል አደረሳችሁ!
በፍቅር፣ በደስታና በአብሮነት የምታከብሩት በዓል እንዲሆንላችሁ እንመኛለን።

ዒድ-ሙባረክ!

ስኬት ባንክ የስኬትዎ መሰረት!

Baga Ayyaana Iid Al-Adahaa (Arafaa) 1,447ffaa geessan!
Ayyaana jaalalaan, gammachuun, waliin ta'uun ittiin kabajjan akka isiniif ta'u hawwina.

Iid-Mubaarak!

Baankii Sikkeet Bu'uura Milkaa'ina Keessanii!

21/05/2026

የዛሬ እያንዳንዷ ቁጠባ ነገ ለምትፈልጉት ትልቅ ዓላማ ትልቅ አቅም ትሆናለች።

የተማሪዎች የቁጠባ ሒሳብ አገልግሎት ለማግኘት በአቅራቢያዎ የሚገኙ ቅርንጫፎቻችንን ይጎብኙ!

Qusannaan har'a isin taasiftan kamiyyuu, boru galma guddaa qabattaniif humna guddaa ta'a.

Tajaajila Herrega Qusannaa Barattootaa argachuuf dameewwan keenya dhiheenya keessanitti argaman daawwadhaa!

19/05/2026

የስኬት ባንክ QR Code በቀላሉ ስካን ያድርጉ፤ ክፍያዎን ይፈጽሙ!

Koodii QR Baankii Sikkeet fayyadamuun, kaffaltii keessan salphaatti raawwadhaa!

Want your business to be the top-listed Finance Company in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Address

Churchill Road, Infront Of Haron Tower
Addis Ababa