All ways event
renouble resorce for our people
humna haareffamu Uummata keenyaaf
Soolaarii haaraa hojjechuu,kan
25/07/2025
H17 fakkeenya 19;17 Namni hiyyeessaaf garaa laafu akka waan Waaqayyoof liqeessuu ti; Waaqayyos gatii isaa isaaf in deebisa;
Ogeessa ogummaa isaatiin Uummata isaa tajaajilaa ture
Maqaan isaa Ahimad kadir jedhama
Nama gaarii gara laafessa .Nama beekumsa isaa kaaniif qoodu
Nama Akka salphaatti miira Namaa dubbisu
OBN Damee godinaa hanga OBN muummichaatti Ogeessa Teknikaa ta'ee kan hojjetaa jiru
Amma kunoo Ogummaa jaalatuu,fira/Aalii/hiriyoota isaa irraa addaan bahee siree irratti hafee jira ,sababni Isaas kaleen isaa Akka malee dhibamee jira
Kanuma bu'uura godhachuun kaleen isaa dhiqamaa jira
Dhiqaan kalee yeroo yeroon gaggeeffamu qarshii hedduu waanta'eef humna Nama kanaa oli oromoon
Nan rakkadhe Nama isaan jedhe jelaa callisee hin beeku .gara laafessi isinitti iyya chaa jiru Kun ilma keessani dhiiga keessani hidda keessani qomoo keessani,lammii keessani.kanaaf deggersi Akkaan Isa barbaachisa
Suursagalee armaan gadiitti argamu dhiqaa kalee kan agarsiisuudha
https://www.facebook.com/share/v/16WWfEnrCX/
Highlights
Godhaa abboota qabeenyaa
Miidiyaa gurguddaa biyya keenyaa
# Dhaabbata tola Oolaa
bebbekamoo
bebbekamoo
Olaanaa show
biraan
gahaafii adaraa namummaan isinitti haadhaga'amu
link godhaa
17/06/2025
Daandii baayi paasii mattuu OCC dhaan
11/06/2025
Bosona Uumamamaa Yaayyoo, Godina Ilubabor-
Qabeenya buna bosonaa fi bineesotaan kan badhaadhe!
Yayo Biosphere Reserve Forest, Ilubabor, Oromia, Ethiopia — a rich natural forest home to wild coffee and diverse wildlife.
Click here to claim your Sponsored Listing.