Barumsa Fayyaa

Barumsa Fayyaa

Share

Bringing loving care to health care.

16/05/2026
30/04/2026

"Daqiiqaa meeqattin dhangalaasuu qaba?"
********************************************
Hanga fedhii ofii, kan haadha manaa ofii waliin wal madaalchisaa hin raawwatamnetti, yeroo walqunnamtii saalaa daqiiqaa 10ttis ta'ee daqiiqaa 20tti dursanii dhangalaasuun rakkoo dafanii dhangalaasuu jedhama. Kanaaf, ilaamaa eeganii dhukkaasu/tokkosuun barbaachisaadha. Dhimmichi dhimma fedhii lamaan wal madaalchisaa deemuuti malee, dhimma daqiiqaa irra turamuutii miti!!
©️ Dr. Hamza Jemal

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Address

Addis Ababa
ADDISABABA