Chala Chercher-CC
My ATTITUDE IS MY STYLE! πππππππβ«ππ₯² I am also not always Caalaa who loves good music u wanna see me doing short stint as a rapper and street dancer.
16/04/2026
Kaasaayeen nyaara ijaa haaddatee miliquuf yaale moo Kaasaayee qabna jedhanii qaban?π€£ inni qabameefii inni durii wal hin fakkaatu.
120 Wal sodaannekaa aanteeπ₯Ί
07/04/2026
Baay'ee nama gaddisiisa!
Ilmi obbo Baqqalaa Garbaa Naa'ol Baqqalaa Garbaa addunyaa kanarraa du'aan boqotee jira! Dhalli ofii, mararteen ofii gaafa akkasitti kichuutti cittu gaddi namatti dhufu ulfaataadha!
Sirni awwaalcha isaa akka biyyaatti har'a guyyaa sa'atii 6:00 irraa kaasee Waldaa Guutuu Wangeelaa Dukamitti geggeeffama. Warri dandeessan hundi irraa hin hafiinaa!
Obbo Baqqalaa Garbaa Waaqayyo Inni isin amanattan isin haa jabeessu!
Nagaan boqodhu!
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Addis Ababa
1230