Aanolee

Aanolee

Share

Harma Muraa fi Harka Muraan Aanolee yakka sukkanneessaa Minilik ummata Oromoo Arsii irratti raawwatedha. Ummannis nagaa buusuf jecha yaa'ee walitti qabame.

13/05/2026

በትምህርት ምክንያት ወደ ሰለጠነው አለም የተወረወረው በለጋ እድሜው ነው፣ ውቅያኖሱ ውስጥ ዋኝቶበታል፣ ሰምጦ ግን አልቀረም፣ ባህሉን ይወዳል፣ ማንነቱን ያክብራል፣ አዛውንቶች ትፍ ትፍ እያሉ ሲመርቁት አጎንብሶ ምርቃቱን ይቀበላል፣ እርጥብ ቄጤማ ይዞ ወንዝ ይወርዳል፣ ቱፊቱን ይጠብቃል፣

ኃይማኖቱ ይወዳል፣ ሀጅ አድርጓል፣ ለሴኩላር አለም ደግሞ ዘብ ይቆማል፣ በግራና በቀኝ ከቆመው (✝️☪️) ውስጥ በሴኩላሪዝም የማምነው እሱ ብቻ ነው፣ ስለ ሰውየው ማንነት ካፈረሱ ዲያቆኖች አፍ የሰማ ሰው ከኔ ሀሳብ ጋር ባይስማማ አይገርመኝም፣ አይበርደኝም፣

ብሔሩን ይወዳል፣ ለብሔሩ ጥቅምና መብት ይሟገታል፣ የኦሮሞ ብሔር ጥቅምና መብት የሚረጋገጠው የሌላው ብሔር መብትና ጥቅም ሲከበር ብቻ እንደሆነ ደግሞ ጠንቅቆ ያውቃል፣ ደግሞ የኢትዮጵያ ሉአላዊነትና የግዛት አንድነት ላይ ጥያቄ የለውም፣ እሱ ላይ አይደራደርም፣ ያሳደዱት ኦህዴዶችን ኢትዮጵያዊ ያደረጋቸው እሱ ነው፣ የኦሮሞን ፖለቲካ ከተገንጣይነት ያላቀቀው እሱ ነው፣

የጃዋር ህይወት ሲፈተሽ የሚገኝው ሚዛን ነው፣ ሁለት ተቃራኒ በሚመስሉ ነገሮች መካከል መስመር አስምሮ፣ ሚዛን ጠብቆ መሄድን ያውቅበታል፣ ይህ ስትራቴጂ አይደለም፣ የተገነባ ማንነት ነው፣ ሀገራችን ከገባችበት ችግር መውጣት የምትችለው በጃዋር መንገድ ብቻ ነው፣ ጃዋርነት ይለምልም!!

መልካም ልደት ለጃ!!!

29/04/2026

Sa’aatii 3 keessatti 1M followers 🫢 mataa dhiiraa

https://www.tiktok.com/?_r=1&_t=ZS-95wmUcmgWbk

19/04/2026

Ulfaadhaa,Ulfaadhaa! Sirbi keessan”GALMEE SEENAA” jedhu sa’aatii 22 keessatti yeroo 1M+ oliin daawwatameera. Kun Seenaa Muuziqaa Oromoo keessatti riikardii haaraadhaa. Kanaammoo muuziqaa sagalee qofaan/audio/ hojjetame. Waan daawwattaniif galatoomaa!💪🏿💪🏿💪🏿💪🏿💪🏿

12/04/2026

Rabbiin yoo barbaade akka obbo Kadir kanatti yeroo gabaabduu keessatti, cinqii kee boqonnaatti; salphachuu kee ulfinatti; booyicha kee kolfatti siif jijjiira!

Obbo Waaqoon dheengadda:
Erga waggaa 40 ol uummatasaa tajaajilee booda, soorama ba'uuf jedhee waraqaa sirreeffachuuf utuu jooruu, reebamee salphatee, boo'ee gaddee mataan gadi cabe.

Har'a:
- Mata duree oduu biyyaati
- Namni kabajamaan isa caalu hin jiru
- Finfinnee keessaa mana qaba
- Baalee, aanaa Raayituutti lafa kaaree 400 qaba
- Baankii keessaa qarshii miliyoonatti dhiyaatu qaba
Waan ati waggaa 40 eegdee dhabde san, gaafa guyyaan ga'e daqiiqaa 10 keessatti galmee galagalchee salphina sirraa kaasee ulfinaan si dhaaba Rabbiin!

Guyyaan keenna yoomi laata!

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address

Finfinnee
Addis Ababa
5555