Gizachoo
Oromoo ofta'ee waal tahee akka Abba isaati jiraachu dhirqaama oromooti
26/09/2023
©Ayyaana keessaniin dhaladheen
Ayyaana keessaniin jiraadhe.
Warra Abbaa oromoo
Boranaaf Bareentu koo
Maqaa keessan kaaseen
Gootummaa keessan leelisa
Korma keessan Qaleen
Dhugaa keessan hima
Korma biladheetan
Addunya keessan leelisa.
Foon kormaa sorradheetan
Jabummaa keessan hima
Baga isiin irraa dhaladhee
Oromoo koo warra Haqaa!
♂️Baga Ayyaana Yaadannoo Warra Abbaa Oromoo Fulbaana 30/2023 kabajamu nagaan Geessan!
Kan Bara kanaan nu gahe Gadaa jaarran nu yaa Gahu!
Horaa Bulaa!
TasammaFulbaana 30/9/2023
16/09/2022
✍️jiraa jirtuu
Click here to claim your Sponsored Listing.