Chala Ortho
"𝑨 𝒔𝒂𝒍𝒂𝒓𝒚 𝒊𝒔 𝒕𝒉𝒆 𝒅𝒓𝒖𝒈 𝒕𝒉𝒆𝒚 𝒈𝒊𝒗𝒆 𝒚𝒐𝒖 𝒕𝒐 𝒇𝒐𝒓𝒈𝒆𝒕 𝒚𝒐𝒖𝒓 𝒅𝒓𝒆𝒂𝒎𝒔. "
29/05/2026
✍️Qorichaa waan deesseef. isa 43:3
✍️Tsiyoon waan jedhamtuuf.far 86:5
✍️Tsiyoon irraa qorichi argamee.Far14:7
✍️Biddeena jireenyaa waan deesseef.Yoh 6:48
✍️Nyaataa jireenyaa argamsiistee.Yoh 6:55
✍️haadha ifaa addunyaaf argamsiiste.Yoh 8:12
✍️Dubrummaan Waaqayyoo deessee.Isa 7:14
✍️dhalaa namaaf sanyii hambaadha.Isa 1:9
✍️Dhalootni hunduu ni galateeffatu.Luq1:48
✍️Magaalaa Waaqayyoo qulqulleettii.Isa 60:14
✍️waadaa kakuu filatamte isheedha.Far 88:3
✍️haadha hundaatti waan taateef.Yoh 19:25-27
✍️deessuu biddeena samii bu'ee.Yoh 6:58
✍️Garbittii Waaqayyoo waan taateef.Luq1:47
✍️Qorichi tsiyoon irraa Isiraa'el ta'eef.Isa 46:13
✍️Haadha Waaqayyootti.Mat 12:47,luq 1:43
✍️waan inni jedhe hundaa xumura jette.Yoh2:5
✍️ qorichi tsiyoon Isiraa'el gammachise far 53:6
✍️mirgaa Waaqayyoo ni teessi far 44:9
✍️waan nuu kadhatuuf.Yoh 2:1-3
✍️Araarsiituudha .Yoh 2:1-5
✍️Afuuraa qulqulluun kan guutamtee. Luq1:41
✍️Kennanii kan guutamtee.luq1:28
✍️Eebbifamtuudha luq1:45
✍️Harmii ishee eebbifamaadha.Luq11:27
✍️Jawween mataa rukkuchiifte.M.yoh 12:13
✍️Gara samii olii baate.far 131:7-8
✍️mana qulqullummaatti guddaate.far 44:5-10
✍️Abaarsi Addaam ishee hin tuqnee.44:5-11
✍️Ergamaan Waaqayyoo sagadeef.luq1:28
✍️Bultoo Ilmaatti Luq 1:41
✍️Waaqayyoo haadha koo jedhan.Yoh 19:25-27
✍️Waaqayyoon ilmaa koo jettii.Luq2:48
✍️Sagalee dhagahe ulfii utaalee.Luq 1:41
✍️Koochoo lama kan qabdu.Mul’ata 12:14
✍️Addeessii kophee miilaa isheetti.M.yoh 12:1
✍️Uumamtoota hundaa olii uumaadha gadii.fkn
31:30
Bagaa geessaan Ayyaana gaarii orth hundi⛪️➕️✅️
Halkanichis Darbee Guyyichis Dhiyaateera,
Waaqayyoof haa galatu.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Telephone
Website
Address
Addis Ababa