Singer Ararsa Daba

Singer Ararsa Daba

Share

19/12/2024

Eebba Faarfannaa
Nagaa fi Araarri waaqayyoo isiniif haa baay'atu.
Waldaa Amantoota Guutuu Wangeelaa Laga Xaafoo Gawwaasaatti Muddee Gaafa 13/2017 waaree booda sa'aatii 8:00 irraa eegalee Eebba CD Faarfannaa Faarfataa Araarsaa Dhaabaa waan jiruuf Irratti Akka Argamtan jaalalaa fi kabaja guddaadhaan Isin Affeerra.
✍️. Waldaa Amantoota Guutuu Wangeelaa Laga Xaafoo Gawwaasaa

14/12/2024

Faarfataa Araarsaa Dhaabaa baga nagaan dhufte‼️
Ebba farfannaa Cd sababa godhachuudhaan dhangaa kana isiniif qopheessera
Obbolonni irratti argamaafii hamilee laadhaafii‼️
Adda argadhu‼️

04/10/2024

FULBAANA 25/2017
SANBATA XIQQAA GUYYAA GUUTUU Ganama Sa'aatii 3:00 irraa eegalee;
Sagantaa Tajaajila Dargaggootaa;

➡️. Yeroo Waaqeffannaa, Kadhannaafi Lallaba dubbii waaqayyoo Tajaajiltoota Waldaa Keenyaa wajjin Waan qabnuuf hiriyoota keessan affeeruudhaan irratti akka argamtan jaalalaa fi kabaja guddaadhaan affeerraa Isiniif goona.

Waldaa Amantoota Guutuu Wangeelaa Laga Xaafoo Gawwaasaatti Sagantaa Tajaajila Dargaggootaa.
🥁ልዩ የወጣቶች ፕሮግራም 🥁
🔖ከቤተክርስቲያናችን አገልጋዮች ጋር የፀሎት፣የአምልኮ እና የእግዚአብሔርን ቃል የምንካፈልበት ጊዜ ይኖረናል ።

መስከረም 25/2017
👉ቅዳሜ ሙሉ ቀን;

ከ3:00 ሰዓት ጀምሮ
🔖ሌሎችንም እየጋበዝን እንገኝ;

ለገ ጣፎ ጋዋሳ ሙሉ ወንጌል ወጣቶች አገልግሎት✨

04/10/2024

Nagaan Gooftaa Isiniif Haa Baay'atu!
Laga Xaafoo Gawwaasaa fi Naannoo Isheetti Kan Argamtan Hundumaaf Sanbata Xiqqaa Guyyaa Guutuu Yeroo Waaqeffannaa fi Kadhannaa Akkasuma barumsaa waan qabnuuf Hirmaattota eebba sagantaa keenyaa akka Taatan Jaalalaa fi Kabaja Guddaadhaan isin Affeerra.
Hiriyoota keessan affeeruu hin dagatiinaa!!
Eebbaaf ta'aa!!

08/05/2024

“Waan gaariidhaan isa hamaa mo'i malee, hamaan si hin mo'in!”
— Rom. 12:21
“ክፉን በመልካም አሸንፍ እንጂ በክፉ አትሸነፍ።”
— ሮሜ 12:21 (አዲሱ መ.ት)

Want your business to be the top-listed Media Company in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address

Addis Ababa