Morka Page
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Morka Page, Addis Ababa.
Namni dorgeedhaaf qophaa'u, waan eeggachuu isa barbaachisu hundumaa irraa of in eeggata. Warri wal dorgoman gonfoo baala irraa hojjetame, isa coollagee badu argachuudhaaf kana godhu; nuyi garuu isa hin badne argachuudhaaf in dhamaana*.
26 Anis akkuma kanatti akeeka koo bira ga'uudhaaf nan fiiga; abootuun koos akka nama akeeka isaa dhabee qilleensa rukutuu hin ta'u.
27 Ani warra kaan dorgomeetti waamee, ofii kootii akkan keessaa hin hambifamneef, dhagni koo itti baree waan itti dhufu hundumaa akka danda'u, haleelee akka abboomamus gochuun anaaf in ta'a*.
13/02/2024
Click here to claim your Sponsored Listing.