Meecaa fi Tullamaa group
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Meecaa fi Tullamaa group, Shopping & retail, Addis Ababa.
12/08/2023
Itiyoopiyaan sadarkaa tokko dhukaafamuu ishee agarsisuu komaandoota biyya Alaa fi keessaatiin leenjiisaa turtee MMDr.Abiyiitiin ebbifamuu isaaniitiin abdii horannee jira. Kanaafuu, xarafaa xarafaatti eenyuuyyuu hata'uu namoota leenjiisaa jiran funaanuudhaan bittinneessuun waa'ee hojii leenjiisuu naannoolee 13 qabnuu keessatti dhooysaan dahoodhaan iddoo maqxuu barbaaduun leenjisaa jiran fi gara fuula duraaf leenjisuuf karoora qaban hunda sakattaa'uun roga afreenuu to'achuun kibbaan hanga daangaa keniyaatti, lixaatti sudaan kibbaatti gama lixaatti sudaan kaabaatti fi kaabaatti hanga eritiriyaatti gurmuun tokko illee leenjii waraanaa akka hin gaggeessinee to'annoo cimaa godhamuu qaba. To'annoon kun baay'ee laafaa waan ta'eef leenjiin bakkayyuu taasifamaa tureen biyyatti hunda keessatti namootni Aggatamaa qarshii itti gaafatamaa kan jiru fi warra qarshii hingalchiin bulchootaarraa kaasee ajjeefamaa jira. To'annoon waan laafeef finxaaleeyyiin baay'inaan omishamtee yeroo ammaa raayyaa biyya keenyaatiif qormaata ykn hojii addaa itti ta'e kan jiru. Kanaafuu, kun % 100 ol sirraa'uu qaba. Leenjii to'achuun fi bittineessuun hojii % 70 ol hojjatamuu agarsisaa. % 30 haftee tarkaanfii fudhatamuun kan qulqullaa'u ta'a jechuudhaan yaada ebbaa komaandoo har'a gaggeefameerratti qabu kana itti fayyadamaa.
09/08/2023
Waaw waaw wandii akkanaattiin si beekaa Magaalaan Teeyfee bishaan qulqulluu bonoodhaan dhuguu dandeessisee jira. Obbo kunuuz Itti Gaafatama Bishaani Godinaa har'a sadarkaa bishaan M.Teeyfee Tv OBN tiin ibsa yeroo kennan dhagawuu kootiin gammachuu guddaa naatti dhagahaamee Facebook tiin ibsadheera isiniif haqaqqabuu. Yeroo dheeraaf Rakkoo Bulchiinsa Gaarii ta'e gabaafamaa turedha. Mootummaa Oromiyaa tiif galanni hagawuun jadha.
08/08/2023
The 20 year secret is reveal....Journalist Tigist - FetanZena Becoming successful in your own business requires dedication, hard work, and a strategic approach. Here are some key steps to help you on your journey to entrepreneurial success: Identify Your Passion and Purpose: Choose a business idea that aligns with your passion and interests. When you are genui...
31/07/2023
Click here to claim your Sponsored Listing.