Kebor Multimedia
Keebor Multimedia
Ibsaa Daandii dhugaa_የእዉነተኛ መንገድ ብርሃን
☆Sagantaawwan
Da'awaa
Odeeffannoo
Nashiidaa
29/06/2026
📢 Kebor Multimedia
🕌 Namni guyyaa fi halkan keessatti raka'aa 12 salaata Sunnaa (Rawaatib) sirnaan eeggatee salaate Rabbiin mana Jannata Keessatti isaaf ijaara.
Raka'oonni Sunnaa ( Rawaatib) :-
● 2 raka'aa – Fajrii dura
● 4 raka'aa – Zuhrii dura
● 2 raka'aa – Zuhrii booda
● 2 raka'aa – Maghriba booda
● 2 raka'aa – Ishaa'ii booda
Salaata Sunnaa Rawaatib sirnaan eeggachuu irraa hin hafinaa. Rabbiin hunda keenya mana Jannata Keessatti Nuhaa badhaasu.
Aamiin.
26/06/2026
إنا لله وإنا إليه راجعون
Awwal Kadiir Bariisoo
Gara Ganda Aakiraa Godaane.
Isaaf Rabbiin Haa Araaramu Maatii, hiriyoota, Isaa fi Hawaasa Bal'aaf Sabrii Haa Kennuufi
Kebor Multimedia
Ibsaa Daandii Dhugaa
Click here to claim your Sponsored Listing.