Singer Bekele Ajema
DHIMMA KEETII
07/05/2026
Lidiyaa Darrasee
23/01/2026
QALBIIDHAAN πππ
ANI SIIF β ATI ANAAF
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
β Yeroo tokko mootii tokkotu dorgommii qopheesse. Abbaan dorgee kana injifate badhaasa argata. Akkasumas bulchiinsa mootichaa keessaa teessoon ni kennamaaf ture.
β Dorgichi immoo dorgee marqaati. Nama lama lamaanis gaggeeffama. Akka dambii dorgommichaatti, nama marqaa kana nyaachuu danda'etu badhaafamaa ta'a. Fal'aanni ittiin marqicha afaan godhatanis itti kenname. Asirratti egaa gufuu guddaan, Fal'aanichi baay'ee dheeraa ture. Kana irraa kan ka'e, afaan isaaniirra darbee gurra isaaniitti jalaa diddibama, marqichi! Dorgomtoonni hedduun waan falaa dhabuun dorgeen ala ta'ani! Dhumarratti, dorgomtoonni lama gara fuulduraatti dhufani. Akkana waliin jedhani; "Ani siif, ati anaaf!" Walii walii isaanii afaan kaa'uuf qophaa'uu isaaniiti.
β Akkuma jedhan kanaan wal nyaachisaa nyaatanii injifattoota badhaasichaa ta'ani! Guddaas ajaa'ibsifatamani.
Akkas malee! π
As haa deebinu! Anaaf atis walumaaf jirra. Waan bira gahuu fi qabachuun nutti ulfaateef falli guddaan:
β Waliin ta'uu!
β Wal tumsuu!
β Harka wal qabachuu!
β Wal jajjabeessuu!
β Wal gargaaruu ta'a.
β Kaayyoon wal bira jiraachuu keenyaa inni guddaanis, waliinii fi waliif jiraachuudha. Hamma kana hintaanetti hiika dhabeessa ta'a. Warra wal ta'ee waliif ta'u haa taanu! Yoos, ani siif, atis anaafi!
πYoo irraa baratee hirriyaa kee hedduu jalaatuf hiri
CINIINSUU BOODAA ILILLEEDHA !!!
ππ₯°π
Ameenππ₯°πͺ
Wangeelli itti fufa ππ₯°π
Hamma dhumaatti π namootaaf sher godhaa ππ
28/07/2025
π saβa 11:00ti
Singer Solomon Alemu
Yeroo baay'een of dhabee hamma ga'u wallaalee waan biyya lafaaf iyyee gadoodee watwaatu; obboleessa keenyatti kan mul'atu; isa caalu.
Qumbi pictures
Gutu Bikila
Music lemi
Color AbeniRoyal
Poster Nadi_Design and Advert
Click here to claim your Sponsored Listing.