Daggu

Daggu

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Daggu, DMV, Addis Ababa.

04/12/2024

ከማያስፈልግ ቀልድ
ዝምታ ይሻላል ፡፡

25/11/2024

Carraatti cimseen amana, yoon jabaadhee hojjedhe immoo carraawwan hedduu akkan argadhus nan amana.”
Jeefersen.

Sababa shakkiin carraa argame of hin dabarsiin; carraan akka qoosatti har'a of dabarsite bor deebi'ee dhufuu dhiisuu mala waan taheef! Jireenya kee jijjiruuf hin sussukiin; ariifadhu! Guyyoonni akka milkaa'ina siif fidaniif teessee hin eegiin; guyyaa keessaatti milkaa'ina uumuuf tattafadhu!

17/11/2024

ህይወት ዝምተኛ አርጎኛል
መስማት ብቻ ነው የምፈልገው
ማውራት መከራከር ማብራራት
ሰልችቶኛል ዝም ዝምም ብቻ🤐

17/11/2024
07/11/2024

Ofii kee isa dhugaa dhugoomsuuf, Yaada namoota biroo irratti osoo hin hirkatin jiraachuuf fedhii qabaachuu qabda.

22/10/2023

Namoonni dhufanii Deemu, garuu warrii sirrii ta'an ni hafu.

Want your business to be the top-listed Autos & Automotive Service in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

DMV

Telephone

Website

Address

Addis Ababa