Tesfaaye dhaabaa

Tesfaaye dhaabaa

Share

Know that sometimes silence is more powerful than speech.

06/02/2026

Hordoftoota koo haaraadhaaf haamilee! Toora irratti isin qabaachuu koof gammachuu guddaatu โ€‹โ€‹natti dhaga'ama! Kingg Tanaka, Usman Ibrahim

06/02/2026

Deeggartoota olaanoo haaraa kootiif galata guddaa! Rabbii Marga

Photos from Tesfaaye dhaabaa's post 27/01/2026

.....๐Ÿ™‹โ€โ™‚๏ธ
Jijjiirraan barsiisotaa moosaajjiidhaan
Amajjii 19-26/2018 tti ni raawwatama jedhamee BBO barsiisotaaf waadaa galee ture maaliif akka hafe BBO fi waldaan barsiisota Oromiyaa ibsa nuuf kennuu qabu.
Barsiisotaaf waadaan galamee, barsoosonni jijjiirraa guutuuf qophii isaanii xummuranii eegaa osoo jiranii website jijjiirraa cufuun kun hedduu nu gaddisiisee jira.

Telephone