Odeeffannoo press

Odeeffannoo  press

Share

Page kun odeeffannoo madda sirrii qabu qofa dhiyeessinaa like gochiu hin dagatiina

Photos from Odeeffannoo  press's post 18/09/2025

በኅብረቱ ዓባይን ገርቶ ለልማት ያዋለው ሕዝብ የኢትዮጵያን ማንሠራራት ለማሳካት አይሳነውም፦ ርዕሰ መስተዳድር ሽመልስ አብዲሳ
*********************

ታላቁ የኢትዮጵያ ሕዳሴ ግድብ ሕዝብ ከጥሪቱ እስከ ሕይወቱ መስዋዕትነት ከፍሎ የገነባው የአዲሱ ትውልድ አሻራ መሆኑን የኦሮሚያ ክልል ርዕሰ መስተዳድር አቶ ሽመልስ አብዲሳ ገለጹ።

በዚህም አይቻልም የሚለው አስተሳሰብ መሰበሩን ነው ርዕሰ መስተዳድሩ አክለው የተናገሩት።

ታላቁ የኢትዮጵያ ሕዳሴ ግድብ የአሁኑ ትውልድ በላቡ እና በደሙ ጠብታ ባኖረው አሻራ ዳግማዊ ዓድዋን እውን ያደረገበት ነው ብለዋል።

ግድቡ ከውጭ እና ከውስጥ የተቃጡበትን ፈተናዎች በጠቅላይ ሚኒስትር ዐቢይ አሕመድ (ዶ/ር) ብቁ አመራር እና በሕዝብ መስዋዕትነት አልፎ ለፍጻሜ መብቃቱንም ጠቅሰዋል።

የግድቡ መጠናቀቅ የምሥራቅ አፍሪካን እና የዓባይ ተፋሰስ ሀገራትን የውኃ ፖለቲካ የቀየረ እንደሆነ አቶ ሽመልስ ገልጸዋል።

ይህ በሕዝብ ኅበረት እና መስዋዕትነት የተገኘው ድል ለሀገር ፍቅር በሚከፈለው መስዋዕትነት የተገኘ እና ሁሌም የሚታሰብ ነው ብለዋል።

ሙሉውን ለማንበብ አስተያየት መስጫው ላይ ያለውን ማስፈንጠሪያ ይጫኑ

Photos from Odeeffannoo  press's post 05/09/2025

Qeerroofi Qarreen riqicha dhaloota darbeefi dhaloota dhufuuti!
= = =
"Sirni goobees ta’ee shinooyyee ittifufiinsa firiifi sanyii irratti kan xiyyeeffataniidha. Qeerroofi Qarreen riqicha dhaloota darbeefi dhaloota dhufuuti. Akka duudhaa ofiitti jiraachuu, abdii kudhaammachuu, ittigaafatamummaaf of-qopheessuufi gaaddisa, akkasumas utubaa maatii ta’uu kan itti shaakalaniidha.

Aadaan kun salphaatti as hingeenye. Humnoonni hedduu Oromoo ofitti alageessufi gaaddidduu aadaa isaa akka baqatu gochuuf tabbi hinbaane, sulullii hinbuune hinturre. Sirna taliila, safuufi safeeffannaa walsimaa, bulmaata irraaf jalaa, heera waaqaaf lafaa, handhuuraa aayyoof aabboo Oromoo gachisiisuuf, falfalli hintolfamneefi qoqqobbiin hinkaa’amne hinturre. Ayyaanotaafi sirnoota hedduu seeraan laganiiru.

Uummanni Oromoo qabsoo obsa fixachiisaa, wareegama lubbuu qaalii kitilee aayyoo, aabboof ilmaanii, akkasumas gootummaa labatatti fulla'een boqonnaa seenaa roorroo sana dandamateera. Haata’u malee, adeemsa seenaa moggeeffamuufi eenyummaa ofiiraa ittifamuu har’a olaantummaa irratti goonfanne kana hanga dhumaatti awaaluun, boqonnaa seenaa kabajaa, walqixxummaafi abbaa biyyummaa michichila hinraafamnerra dhaabuuf, hojii ayyaana goobefi shinooyyee kabajuu bira taru raawwachuun dhimma murteessadha.

Mootummaan Jijjiiramaa Naannoo Oromiyaa yaadama kanarraa dhaabbachuun kallattii lamaan sochii baldhaa taasisuu irratti argama. Kallattiin duraa, galmoota tarsiima’oo qabsoo Oromoo sadi: dorgomummaa dhalootaa, cimina dinagdee ummataafi ijaarsa sirna si’oomaa adda baasee hiree haq-qabeessa uummanni Oromoo gatii qaaliin argate bu’uura fulla’insaa qabsiisuuf hojiilee baldhaa raawwachaa jira.

Kallattii birootiin, akkaataa galmoota tarsiima’oo sadan kunniinin walsimuun, Haaromsa Aadaa Oromoo toorawwan xiyyeeffannoo shan: Beekumsa Omishuu, Dinagdee Ceesisuu, Aartii Oromoo Ammayyeessuu, Aadaa Oromoo Ceesisuu akkasumas Miidiyaafi Kominikeeshinii Ammayyeessuu qabu labsuun sochii baldhaa taasisaa jira!" Obbo Shimallis Abdiisaa, PMNO

Want your organization to be the top-listed Government Service in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Website

Address

Addis Ababa