Dhaloota Qubee
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Dhaloota Qubee, Grocers, Shaggar, Addis Ababa.
26/04/2026
Mata duree "Filannoo bu'a Qabbeessaa biyyaa Fakkeenyummaa Qabduuf" jedhuun
Kutaa Magaalaa Buraayyuu, Aanaa Ejersa Goorootti, Konfiransiin Paartii Badhaadhinaa Kurmaana 3ffaa Bara 2018 Gamtaa Badhaadhinaa Zoonii, hoggansa olaanoo waliin, haala bareedaa, hawwataa fi milkaa’ina qabuun gaggeeffamee jira.
08/04/2025
Gaafa Faannoo Ummata Oromoo Ajjeese, Jawwaar Mohaammadiif Sirriidha Jechuudha !
====================///==========================
“Firri gara firaa jennaan Harreen gara daaraa !! jette jedhan“- Maakmaaksa Oromooti.
Jaalallii fi firoomnii Jawwaar Mohaammadifi Shaneen Finxaaleeyyii Amaaraatiif qaban kun adduma. Gaafa finxaaleeyyiin Faannoon Godina Horroo Guduruu Wallagaa bakka adda addaa keessatti ummata Oromoorratti duguggaa sanyii raawwattuu akkasumas qabeenya isaa saamtu, Shaneen dursitee qawwee ummata keenyarraa hiiktee Faannoof haala mijeessitee karaa gad dhisaafi turte. Akkasumas Faannoon kaleessa morma ilmaan Oromoo murtee mukatti suuqxee dhiichisaa jibba Oromoof qabdu addunyatti agarsiisaa turuunis yaadannoo yeroo dhihooti. Kana malees, gareen kun dhaadannoo “Oromummaa balleessinee masara Abbaa keenya Minilik sa’aati 24 keessatti galla “, “Oromoon madigaaskarii waan dhufeef, achumatti deebisina“, “Magaalaan Finfinnee, Harar, Adaamaa fi Wallagga guutumatti ristii Amaaraati“fi kkf jechaa akka Oromummaa balleessani “Ristii” abboota isaanii deebifatan ifatti ibsachaa jiru.
Kun kanaan osoo jiruu, Obbo Jawwaar Mohaammad immoo harka lafa jalaatiin Obbo Gadduu Andaargaachoo, Injinar Yiliqaal Geetinnat fi Lidatuu Ayyaaleew waliin ta’uun hidhattoota Finxaaleeyyii Faannoo cimsaa akka turan odeessi qabatamaan deemaa tureera. Bodarratti, Jawwaar Mohaammad afaan Faannoo tahuun midiyaa garee Finxaaleeyyii Amaaraatti as bahee, “gaaffiin Faannoo jedhamtuu sirriidha”(“የፋኖ ጥያቄ ትክክለኛ ጥያቄ ነው”) jechuun gocha gara jabina gareen kun ummata Oromoo irratti raawwachaa jirtu dhaadheessu hojii godhate.
Wanti nama gaddisiisu, gaafa Faannoon ummata Oromoo ajjeeftu Jawwaar dhugaa jirtu dhoksuuf wixxifachuu isaati.! Dhihoo kana gareen Jawwaar “Ijoollee Faannoo” jedhee faarsu kun daangaa Oromiyaa ceetee Bitooteessa 19 bara 2010 A.L.I’tti, Godina Horroo Guruu, Aanaa Abbee Dongoroo, Ganda Tulluu Mootii jedhamu keessatti ummata Oromoo 20 ol ajjeeftee, namoota sadii immoo butte deemuu ishee midiy
08/04/2025
Gaafa Faannoo Ummata Oromoo Ajjeese, Jawwaar Mohaammadiif Sirriidha Jechuudha !
====================///==========================
“Firri gara firaa jennaan Harreen gara daaraa !! jette jedhan“- Maakmaaksa Oromooti.
Jaalallii fi firoomnii Jawwaar Mohaammadifi Shaneen Finxaaleeyyii Amaaraatiif qaban kun adduma. Gaafa finxaaleeyyiin Faannoon Godina Horroo Guduruu Wallagaa bakka adda addaa keessatti ummata Oromoorratti duguggaa sanyii raawwattuu akkasumas qabeenya isaa saamtu, Shaneen dursitee qawwee ummata keenyarraa hiiktee Faannoof haala mijeessitee karaa gad dhisaafi turte. Akkasumas Faannoon kaleessa morma ilmaan Oromoo murtee mukatti suuqxee dhiichisaa jibba Oromoof qabdu addunyatti agarsiisaa turuunis yaadannoo yeroo dhihooti. Kana malees, gareen kun dhaadannoo “Oromummaa balleessinee masara Abbaa keenya Minilik sa’aati 24 keessatti galla “, “Oromoon madigaaskarii waan dhufeef, achumatti deebisina“, “Magaalaan Finfinnee, Harar, Adaamaa fi Wallagga guutumatti ristii Amaaraati“fi kkf jechaa akka Oromummaa balleessani “Ristii” abboota isaanii deebifatan ifatti ibsachaa jiru.
Kun kanaan osoo jiruu, Obbo Jawwaar Mohaammad immoo harka lafa jalaatiin Obbo Gadduu Andaargaachoo, Injinar Yiliqaal Geetinnat fi Lidatuu Ayyaaleew waliin ta’uun hidhattoota Finxaaleeyyii Faannoo cimsaa akka turan odeessi qabatamaan deemaa tureera. Bodarratti, Jawwaar Mohaammad afaan Faannoo tahuun midiyaa garee Finxaaleeyyii Amaaraatti as bahee, “gaaffiin Faannoo jedhamtuu sirriidha”(“የፋኖ ጥያቄ ትክክለኛ ጥያቄ ነው”) jechuun gocha gara jabina gareen kun ummata Oromoo irratti raawwachaa jirtu dhaadheessu hojii godhate.
Wanti nama gaddisiisu, gaafa Faannoon ummata Oromoo ajjeeftu Jawwaar dhugaa jirtu dhoksuuf wixxifachuu isaati.! Dhihoo kana gareen Jawwaar “Ijoollee Faannoo” jedhee faarsu kun daangaa Oromiyaa ceetee Bitooteessa 19 bara 2010 A.L.I’tti, Godina Horroo Guruu, Aanaa Abbee Dongoroo, Ganda Tulluu Mootii jedhamu keessatti ummata Oromoo 20 ol ajjeeftee, namoota sadii immoo butte deemuu ishee midiyaan Addis Standard jedhamu barruu isaa Bitooteessa 25 bara 2010 maxxanse irratti gabaasee ture.
Obbo Jawwaar immoo gocha kana akka humni mootummaa raawwate fakkeessun Faannoo bilisa baasuuf dhugaa midiyaan kun baasee dabsuuf yaalaa ture. Ragaan nannoo sanirraa argame akka agarsiisutti, ummata keenya kan fixe Finxaaleeyyii Faannoo yommuu taatu, kan haala mijjeessee immoo Shiftaa Shaneeti. Shaneen gaafa dhahicha Raayyaa ittisaa dandamachuu dadhabde, daldala siyaasaa dhiga ummata Oromootiin hojjechuuf jecha humna mootummaatti karaa cufuudhaan duubaan Faannoon akka ummata Oromoo ajjeesuuf haala mijjeessiteef.
Haa ta’uu garuu, Jawwaar Mohaammad dhugaa ummata Oromoo kana dhoksuuf afaan isaa “Horroo Guduruu Wallagatti Faannootu ummata Oromoo ajjeesee” jechuu dadhabee “Wallagatti ummanni Oromoo qama hidhateen ajjeefame” jechuun fuula Fees Buukii isaa irratti dhoobe. Kun kan agarsiisu “Jawwaar ummata Oromoo caala Faannoo akka safeeffatuu” gochii innii karaa ifa taheefi dhoksaadhaan Finxaaleeyyii Amaaraa wajjiin gochaa jiru ni agarsiisa. Akkuma “Gaaffiin Faannoo gaaffii sirriiti” jedhe sanatti, duguggaan sanyii Faannoon ummata keenya Horroo Guduruu irratti raawwachaa jiru kun Jawwaarif sirriidha jechuudha! Kuni mirga isaati, ummanni Oromoo immoo diina isaa afaa jala jiruu fi fira isaa yeroo ittiin adda baafatu amma.
07/04/2025
05/04/2025
ሰበር ዜና
ሾዴ "የመሮ ዋና ሰው ተገደለ"
የመሮ ዋናው ሰው የነበረው እንዲሁም በታንዛኒያው ድርድር ከጫካ ወጥቶ ታንዛኒያ ዳሬሰላም ድረስ ከመሮ ጋር ተጉዞ የሸኔ ሽብር ቡድን ተደራዳሪ የነበረው ሾዴ በተወሰደበት እርምጃ ሊገደል ችሏል። ሾዴ የተባለው የሽብር ቡድኑ አመራር ከታንዛኒያ መልስ የአጠቃላይ የወለጋ ዞኖች አዛዥ ተደርጎ በመሮ ተሹሞ የነበረ ነው። ሾዴ የተገደለው ምስራቅ ወለጋ ዞን ሃሮ ሊሙ ወረዳ ገንጂ አካባቢ ከኮርማ ወንዝ ወደ ሱጊ በሚወሰድ መንገድ ላይ በሞተር ሳይክል ተደብቆ ሲጓዝ የፀጥታ ኃይሎች ባገኙት መረጃ በ26/07/2017 ዓ/ም አመሻሽ ላይ እርምጃ ወስደውበት ከሱ ጋር የነበሩትን ጨምሮ በርካቶች አጅበው ሲጓጓዙ የነበሩት ተደምስሰዋል።
05/04/2025
Oduu Ammee
Nama Marroo ijoo kan ta’e SHODDEE irratti tarkaanfiin fudhatamee jira
Shoddeen nama ijoo Marroo yoo ta’u yaalii waliigaltee Taanzaaniyaa Daareesalaamitti taasifame irratti Marroo waliin argamee ture.
Imala Taanzaaniyaatiin booda ajajaa waraanaa waliigalaa naannawa Wallagaa taasifamee muudamees ture.
Godina Wallaga Bahaa Aanaa Haroo Limmuutti nannawa Ganjiitti dhokatee motoraan socho’aa osoo jiruu eeruu ummatarraa qaamolee nageenyaa qaqqabeen tarkaanfiin irratti fudhatameera.
Shoddee dabalatee gareen isa waliin socho’aa turan hundi barbadaa’aniiru.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Addis Ababa