Abbaa Gadaa
Sharing information My name is GCBA and I'm Ehiopian.
15/12/2024
Godina Wallagga Lixaa Aanaa Aayiraa Ganda Guddina Aayiraatti qulqullina buna eegsisuuf hojjetamaa jira.
Koomikeeshinii Aanichaatu gabaase.
07/10/2024
22/07/2024
Godina Goofaatti balaa sigigachuu lafaan lubbuun namoota 20 olii darbe
Finfinnee, Adoolessa 15, 2016 (FBC)-Naannoo Kibbaa Itiyoophiyaa Godina Goofaa Aanaa Kennichoo Shaachaatti balaa sigigaachuu lafaa mudateen lubbuun namoota 20 olii darbuun ibsame.
Bulchaan Aanichaa Obbo Misikkir Mitikkuu ibsa kennaniin hanga ammaatti barbaacha taasifameen reeffii namoota 20 olii argamuu fi lakkoofsi kunis dabaluu akka danda’u ibsan.
Hojii lubbuu baraarsaa gaggeeffameen lakkoofsi jiraattota naannawichaa ammaaf hinbeekamnee balichaaf saaxilamuu dubbataniiru.
Miseensota poolisii aanichaa, dubartootaa fi daa’imman balichaaf saaxilamoo ta’uun eerameera.
Yeroo ammaa hojiin reeffa barbaaduu fi lubbuu baraaruu cimsee itti fufuu ragaan qajeelcha kominikeshinii godinichaarraaargame ni mul’isa.
FBC tu gabaase.
Click here to claim your Sponsored Listing.