Dr.AMA D.ROBA

Dr.AMA D.ROBA

Share

HASBUN ALLAAH
WANE'IMAL WAKIIL

23/05/2024

Faayidaalee guyyaa guyyaa daqiiqaa muraasaaf rafuu
Namni tokko guyyaa guyyaa miirri dadhabbiifi muukii yoo itti dhagahame daqiiqaa muraasaaf rafuu danda'a. Kunis faayidaa garagaraa qaba. Haa ta'u malee, yeroo dheeraaf rafuu, sa'aa sirrii hin taanetti rafuu fi irra deddeebi'anii rafuun rakkoo garagaraa nurraan gahuus danda'a. Mee jalqaba faayidaalee isaa yaa ilaallu :-
👇👇👇👇👇
https://t.me/dr_heeraan1

02/02/2024

Afriikaan
1. Passport tokko
2. Maallaqa tokko
3.Bulchiinsa tokko
4. Humna waraanaa tokko
5. Khuullee tokko qabaachuufi
United States of Africa is loading.....

19/01/2024

Jinjibila / Zinjibila /Ginger
*****************
Keemikaalli "Gingerol" jedhamu kan Jinjibila keessatti argamu, faayidaalee armaan gadii nuuf kenna:

- Feedhii (appetite) nyaataa nuuf dabala.
- Balaqqama (balaqqama konkolaataa keessaa dabalatee) nurraa ittisa.
- Dhukkuubbii marsaa laguu ni hir'isa
- Nyaati garaa keessaa daakamuu dhabuu (indigestion) nurraa eega.
- Vaayiresii qufaa dadhabsiisuun fooyyee nuu kenna.
- Dhukkubbii maashaa keenyaa erga ispoortii hojjannee booda nutti dhufu hir'isa.
- Dhukkuba kulkulfannaa buusaa fi lafee (Ostheoarthritis) jedhamu dhukkubbii isaa xiqqeessa.
- Sukkaara qaama keenya keessaa gadi buusuun dhukkuboota karaa sana dhufan nurraa dhorka.
- Qabiyyee qaamaa yoo baay'ate dhukkuba.
Fayyaan faaya
**************
Fayyaan Faaya

Want your practice to be the top-listed Clinic in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address

Addis Ababa